Afaan Oromo

Blogger, AFAAN OROMO Software Developer

Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne


Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta’uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC’n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu biroorratti taasise kunooti.


Waliif Hiraa<share>
  • 31
    Shares
  • 1
    Share

Imala_Jireenyaa_A/J_Umar_Suleeymaan


Seenaan Goota kanaa kan himamee dhumu ta’uu baatuyyuu, Muraasa akka armaan gadiitti isiniif dhiyeessineerra Seenaa


Waliif Hiraa<share>
  • 21
    Shares
  • 1
    Share

Oromoon Marsaa itti aanutti Tarkaanfachuu qabna.


“Fardi Biraan nama gaha malee hin woraanu!” jedha Oromoon.
Dr.Abittiifi Dr.Kab.Lammaa Magarsaa hanga dhufanii tokkoo tokkoo keenya mana keenyaa nu barbaadanitti eeguu hin qabnu


Waliif Hiraa<share>
  • 34
    Shares
  • 1
    Share

Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa


Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee


Waliif Hiraa<share>
  • 1
    Share
  • 1
    Share

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa


BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin – Waa’ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan


Waliif Hiraa<share>
  • 161
    Shares
  • 1
    Share

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’


Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka


Waliif Hiraa<share>
  • 4
    Shares
  • 1
    Share

Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed, K-1ffaa.


Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa


Waliif Hiraa<share>
  • 1
    Share
  • 1
    Share

Maqaalee Afaan Oromoo Qubee A-Z


A B C D E F G H I J K L M N O


Waliif Hiraa<share>
  • 40
    Shares
  • 1
    Share

CAASAA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO – B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin


Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni


Waliif Hiraa<share>
  • 43
    Shares
  • 1
    Share

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii


Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi


Waliif Hiraa<share>
  • 271
    Shares
  • 1
    Share
error: Content is protected !!