Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii


Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha:


Waliif Hiraa<share>
  • 176
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Injifannoo Qabsoo Qeerroo Oromiyaa(QQO) hanga Masara Mootummaa fi Abshaalummaafi Fayyadamummaa Habashootaa


#Diary koo gaafa Hiriira deeggarsaa irratti Boombiin nutti darbatame keessaa fudhadhe. Ilmaan Oromoo hubannoo cimsuun murteessaadha. Ilmaan Oromoo jijjiirama amma biyya keessatti dhufeef wareegama


Waliif Hiraa<share>
  • 1
    Share
Read more

Walaloo Ajaa’ibaa Galma Barkumeetti – Feeneet Geetaachoo


Sabni sun – inni dur Gaaddisa jalatti seerasaa tumate Sabni Kuush – inni sun Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate Kan ofiin of tolche Kan


Waliif Hiraa<share>
  • 323
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Walqunnamtii Saalatti Gammaduu Dadhabuu – Dr Gurmeessaa


****DUBARTOOTA GAA’ELA QABAN QOFAAF**** Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa


Waliif Hiraa<share>
  • 84
    Shares
  • 1
    Share
Read more

LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA


LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa —- jalqaba, dura 2. Ennaan —- sana booda 3. Ojjaa. — yoo, erga 4. Adoo — otoo,


Waliif Hiraa<share>
  • 96
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Dhiphachuu – Stress


Dhiphuu (stress) ………….. Dhiphuun miira yeroo baayyee nama mudatuu fi yoo madaala isaa eeggate(yeroo gabaabaa fi haala keessa jiran wajjin wal kan gitu) ta’e


Waliif Hiraa<share>
  • 18
    Shares
  • 1
    Share
Read more

FOOLII BADAA MIILLAA ITTISUUN NI DANDA’AMA – Dr Gurmeessaa


****Fayyaan faaya**** 1. Erga miilla dhiqannee booda miila keenya kafanaan haxaawuu qabna. Kun seelotaa gogaa irratti dudu’anii hafan baakteeriyaa keessummessan waan balleessuuf 2. Miilla


Waliif Hiraa<share>
  • 22
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Dhibee ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa (Impotency ) – Dubarri dubbisuun dhoorkaadha.


DUBARRI AKKA HIN DUBBISNE DHIIRA QOFAAF!!!! Dhibee ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa (Impotency ) **************** Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu (erection) yoo hormooniin sammuu


Waliif Hiraa<share>
  • 24
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Eenyu siin haajedhu, Eenyuun sii Moggaasu? – Ati Maqaa naaf laadhu : Walaloo Haadhaa.


Ati Maqaa Naaf Laadhu!!! Mee enyu Siin jedhu moggaasni Siif malu Damma moo Aannani jechi Siin madaalu? Damma akkan hin jenneef Dammi Gagaa qaba


Waliif Hiraa<share>
  • 20
    Shares
  • 1
    Share
Read more

Gorsa Fayyaa : DHUKKUBA JUUZAMII(Leprosy) – Dr.Nuredin Luke


Dhukkubni Juuzamii dhukkuba daddarbaa baakteriyaa Mycobacterium Leprea jedhamuun dhufudha. Dhukkuba kanaan wolqabatee hawaasa keenya keessa hubannoo ykn odeeffannoo sirrii hin tahin heddutu jira. Isaan


Waliif Hiraa<share>
  • 9
    Shares
  • 1
    Share
Read more