Sunday, May 26, 2019

Galmee Jechoota Afaan Oromo

Hiikkaa Jechoota Afaan oromoo kanneen qubee Afaan Oromoo A - Z jiran. Qabiyyeen galmee kanaa yeroo gara yerootti dabalaa kan adeemu dha.

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

Maqaalee Ji'oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin yommuu waamamu akka armaan gadii kana taha. Afaan Oromootiin Ji'oota SIDAAMU AFFINNI DIRU AGAANA Months in English ወራት in Ge'ez, Amharic, and Tigrinya Afaan Oromo    (Ji’oota) Sidamu Afoo (AGAANA) English  ...

Seenaa Gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo Sheek Bakrii Saphaloo

Seenaa gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo kan ta'an Sheek Bakrii Saphaloo

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne

Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta'uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC'n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu biroorratti taasise kunooti.

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa

BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin - Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali jedhu akka armaan gadiitti ibseera. Irreechi/ssi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan...

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee bilisummaa Afaan Oromoo hundee Oromummaa Galma aadaa keenyaa Eegaa seenaa keenya Afaan Oromoo… jechuudhaan Artist...

Maqaalee Afaan Oromoo Qubee A-Z

A B C D E F G H I J K L M N O Q R S T U W X Y . Maqaalee Qubee – A . Aagaa, Aagituu, Aannanee, Aanaani, Aana, Aantuu, Abbayaa, Abboomaa, Abdannee,...

CAASAA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO – B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin

Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba. Sababnisaa, hawaasni akka dubbatutti dubbisa. Afaan Oromoo keessatti rakkoon mul’atu kana....
70,202FansLike
208FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,082FollowersFollow
1,016SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 555 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter D.
D

D-shell connector
kornyoo bifa -D

daemon
hujdhoo

dagger n.
billahaa ni; billawaa ni

Daily
guyyaan

daily (adv.) takhaan

dais n.
madabbii ni (Amh.)

daisywheel printer
maxxansaa rugeengoo

dakhoo
ni; yaaqala i

damage
miidhi

damage v.
madeessa sita; nyaadha nyaata; yakka kita

damp v.
qomora rta; dhukuuda kuutta; (adj.) jiida, jiitujiido

dampen v.
dhukuusa sita; quyisa yifta; pers. quyifadha fatta; bilbila lta

dampness n.
dabana i

dance n.
sirba i; v. sirba bita; v. dhawwa dhoofta

dandruff n.
renjii ni

dangle v.
fanafadha fatta; raraha raata; rootisa tifta

dangling (thing) n.
soontoo ni

dark
gurraacha

dark and dirty, be v.
leemaha moofta

dark and nice (thing) n.
kuula i

dark, become v.
bolgoda dda; qaqa'a qoofta

darken v.
kuuladha latta

darkness
dukkana

darkness n.
siphee ni; dukkana ti

dash around v.
garmaama mta

Dashed
mursaa'aa

data
deetaa

data area
iddoo deetaa

data bus
yaa'a deetaa

data dictionary
galmee deeta

Data encryption
icciteessa deetaa

Data Entry
galiinsa deetaa

data field
dirree deeta

data file
faayilii deetaa

Data Files
faayiloota deetaa

data form
unka deetaa

data interchange format (DIF) file
faayilii dhangii waljijjiirsa deetaa (fdhwd)

data label
moggaasa deetaa

Data Mapping
kuufannoo deetaa

data points
tuqaalee deetaa

data processing
hujeeffama deetaa

data range
hammanga deetaa

data series
walfaannee deetaa

data source
madda deetaa

data stripping
tamsaasa deetaa

data table
gabatee deetaa

data transfer rate
daddafina dabarsa deetaa (ddd)

data type
akaakuu deetaa

data validation
mirkaneessa deetaa

data view
mul'anno deetaa

data view manager
taliigaa mul'annoo deetaa

data...............
deetaa

database
kuusa deetaa

database application
fayyadama kuusaa deetaa

database connection
waliindhaa kuusaa deetaa

database management
taliigaa kuusaa deetaa

database management program
sagantaa taliigaa kuusaa deetaa

database management system (DBMS)
sirna taliigaa kuusaa deetaa(STKD)

database objects
miseensota kuusaa deetaa

database structure
caasaa kuusaa deetaa

database window
foddaa kuusaa deetaa

database......
kuustuu

database.......
kuusdeetaa

datasheet
wardii deetaa

datasheet view
mul'anno wardii deetaa

Date
baa

date format
dhangii baraa

date palm n.
meexii ni

Date separator
gargareessa baraa

date stamping
chaappeessaa baraa

daughter
intala

daughter n.
dubra dubarti; intala lti

dawn
barii

dawn n.
barii; boruu ni; n. haachata i; ganama i; ; v. bari'a barita:

Day
guyyaa

day after tomorrow n.
iftaan

day n.
ardhaa ni; guyyaa ni

day, date
guyyaa

daybreak n.
biiftuu ni; ganama i

daylight n.
guyyaa ni; orraa ni; guyyaa guddaa

daylight time
ifa guyyaa

deactivate
kaka'uumsala

dead
du'aa, duutuu

dealer
daldalaa

death
du'a

death n.
du'iisa i

debt n.
liqee ni(Amh.)

debug
yaali

debugger
yaalaa

decade n.
kurnya i

decay v.
shama mta

decayed v.
hofoofa foofta

deceit n.
sosobachaa ni

deceitful (person) n.
mixixama i

deceive v.
dogongora rta; soba bda; sosoba bda; malteessa sita

December(10th-Jan. 8)
Muddee

decide
murteessuu

decide v.
kuta kutta; mariadha riatta; mura murta; itti mura rta

decimal numbers
lakkurnyee (lakkoofsa kurnyee)

decimal place
bakka kurnyee

decimal separator
gargareessa kurnyee

decision n.
maftii ni (Amh.); marii ni

decision, judgement
murtii

declare v.
baana nta; diideesa sita; hima himta

Decline
diddaa

decoding
lakkaddaa diiguu

decompress
cafaqooli

decompression
cafaqoola

decorate v.
midhaassa sita

Decrease
hir'isuu

Decrease Indent
deebisa hir'isuu

decrease v.
hamussa+jedha; v. irraa mura rta; kosa kocca

decree v.
seera rta

decrypt
iccitii diigi

decryption
diiga icciitii

dedicated file server
kaadimaa faayilii dhabbataa

dedicated line
bilbila dhaabbataa

deep (adv.)
dheera; gadi; ga

deepness n.
qilee ni

default
durtii

default button
qabduu durtii

default chart
taattoo durtii

default editor
gulaalaa durtii

default extension
fufaa durtii

default font
bocquu durtii

default printer
maxxansaa durtii

default settings
ijaarsa durtii

default value
gatii durtii

default............
duraantoo

defeat v.
curda dita; dabsadha satta

defend n.
cibra rita; sima simta

defense n.
simaa ni; simana i

Define
qindeessi

Define Views
mul'annoo qindeessii

definition
hiika

deforestation
cirama bosoonaa

deformation n.
madara i

defragmentation
faffacaasala

defy v.
findhaara rta; qiriba bda; tura turta

degree symbol
mallattoo digirii (o)

deinstall
diigi

deinstall............
diigi

DEL key
furtuu HAQXUU

Delay
turiinsa

delegate
iddomsa

delete
haqi

Delete All
hunda haqi

Delete Item
wayi haqi

Delete Page
fuula haqi

Delete Rows
tardaalee haqi

Delete Shortcut
qaxxaamura haqi

delete............
haqi

Deleted Items
wantoota haqaman

deliberate v.
mariadha riatta

delicious, be v.
miyawa yoofta

delicious, sweet
mi'aawaa

Delimited
daangeffame

delimiter
daangessaa

deliver v.
kenna kennita

delivery n.
da'isa i

delta
deltaa

Demo
daadessa

demolished v.
hofoofa foofta

demon n.
jinni ni (Amh)

demote
gadbuusuu

demount
fajachuu

den (hiding place) n.
aaroo, ni; goda i; mandhee ni

dense vegetation n.
rima i

dense, be v.
gobba bita; bora borta

dent n.
kakalawee ni; mudhii ni; v. mudheessa sita

dented, be v.
dhamooqa mooxxa; mookadha katta

deny v.
dida didda; kijjiba bda

Department
kutaa

depend on v.
abda, abdita

dependent worksheet
wardii hirkataa

depopulate v.
onsa sita

depress v. mudheessa
sita

depression n.
dareera i; (small) n. kolbaa ni; kakalawee ni;

deprive v.
dhabsiisa siifta

Depth
liixxaa

depth n.
dhidhima i; dhimphuu ni; qilee ni

deranged, be v.
midhika dhitta

descend v.
bua buuta

descendants n.
eegee ni; miiloo ni; maatii ni; maayamaatii ni

descending order
irraa gadi

description
ibsa, hubachiisa

descriptor
addeessaa

deselect
hinfilin

desert
gammoojji o'ae

desert n.
barayaa ni; gammoojjii ni; golboo ni

deserted place n.
alloo ni

deserted, be v.
ona onta

deserter n.
kaadaa ni (Amh)

desertification
gammoojjummaa

Design
saxaxa

design template
qajoojii saxaxaa

Design view
mul'annoo saxaxaa

designer
saxaxxuu

desire v.
araadda i; dareena nta; daalaa ni; v. daarima mta; halcha chita;

desk accessory (DA)
idaannoo minjaalaa (IM)

desktop
minjaala'aa

desktop computer
kompitara minjaalee

desktop presentation
dhiheessa minjaalarraa

desktop publishing (DTP)
maxxansa minjaalaa(MM)

desktop publishing program
sagantaa maxxansa minjaalee

desktop video
viidiyoo minjaalee

despair v.
ufi jibadha tta; abdi inqabu bdu; n. jibbaata i

despise v.
goyeessa sita; qalada ladda (Amh.)

despising n.
qaldii ni

destination
ga'umsa

destination file
faayilii ga'umsaa

destiny n.
dhaacii ni

destitute v.
qolla'a loofta; daara rta

destroy v.
laaba laabda; qola qolta; qunquma mta; raawachiisa chiifta;

destroyed, be v.
raawadha watta; dhuma dhumta

destructive, be v.
nyanyaha yoofta; n. nyanyoo ni

detach v.
hiika hitta

detail
bal'ina

Details
bal'ina

Detect and repair
argii suphi

detection
arguu

detest v.
abaara rta

detour n.
martoo ni

devastate v.
onsa sita

develop v.
dagaga gaada

developer
dagaagsaa

development
misooma

development n.
limaatii ni (Amh.)

development worker
hojjataa misooma

device
mi'a

Device address
teessoo yaa'aa

device driver
shoorsaa mi'aa

devil n.
shexaana i

devious (person) n.
si'aasa ni (Swa.)

deviousness n.
si'aasaa ni

devoted to n.
marroo ni

dew n.
fixeesa i

dewlap n.
malulaa ni; maala i

dhaada
dhaadda; fokora rta (Amh.); fuca fucca; jaja jajja; koora rta;

dhachisa
chifta; n. baqaqaa ni; cabaa ni

dhajiifadha
fatta

dhawwa
dhoofta; horda dita; jaarsa jaarsita; miica miicca; qu'a quuta;

dhiba; nartii
ni (Amh.); dhindhisaa ni; dhiphuu ni; hooloo ni;

dhooqa
dhooxxa; modhoka dhotta

dhowwarta
dhorta; ittisa ittifta; kuta kutta; rara rarta;

dhukawwa
koofta

dhukee
ni; ruruma i; ruusoo ni

diacritics
gubjaltoo

Diagonal
shafaaxa

Diagram
safaka

Dial
bilbili

dial tone
sagalee bilbilaa

dial up
bilaanquu(qunnamtii bibilaa)

dial-up
bilaanquu

dial-up account
eenyummeessa bilaanquu

dial-up networking
cimdaa'ina bilaanquu

Dialer
bilbilaa

dialog
qaaqa

dialog box
sanduuqa qaaqaa

dialog box title
matduree saanduqa qaaqaa

diarrhea
garaa kaasa

diarrhoea n.
albaatii

diarrhoea, have v.
curra rita; albaha ta; ka'a kaati gaaraa

dictation
beedhaga

Dictionary
galmee jechootaa

die v.
cicha cichita; dua doota; hobaha baata

different
adda, adda-adda, garaagara

different (adj.)
gargari

difficult
rakkisaa, ulfaataa, dadhabsiisaa

difficult (situation) n.
hooloo ni

difficulty n.
dhiphuu ni; dhiba; rakkoo ni; nartii ni (Amh.); raraha i;

difficulty v. have rakkadha
katta; gaargala lta; sababba i;

dig v.
qota qotta

digging n.
qotii ni; qotiisa i

digit
lakqurxa

Digital
lakqurxaawaa

digital camera
kameeraa lakqurxaawaa

digital computer
kompitara lakqurxaawaa

digital ID
W.E.qurxaawaa

digital signature
mallattoo lakqurxaawaa

digitally sign
mallattoo lakqurxaaye

digitize
lakqurxxeessi

dikdik n.
tarrii ni

diluted v.
soolaha loofta; (adj.) soolicha, soolitti

dim
witted n. gowwaa ni

dim, be v.
wara'a roofta; bcome dimimiisa miifta

dimension
gara

diminish v.
caba bta ; kosa kocca; luha lutta ; qaqalladha latta

diminished, be v.
koolataha toofta

Din v.
fufa fufta

dinner, supper
irbaata, dhiyaana

dip (medicine) n.
gandaa ni

dip v.
cuupha phita

dipper
n. buduuqoo

direct (adj.)
qajeela, qajeeltu, qajeelo; v. qeefadha fatta

direction
qixa

direction keys
furtuu qixaa

direction n. kara
ni

directly (adv.)
burunto (Ital.)

Directory Services
tajaajila galeeloo

directory tree
damee galeelloo

directory1
galeeloo

directory2
galeeloo ammee

diriirsuu, batteessuu, damacuu - flatten
1. diriiraa/ciisaa ta'uu 2. injifachuu, mo'uu (guutumaan guutuutti)

dirmamuu
ni

dirt n.
xurii ni; dibiqii ni (Amh.)

dirty
balfaa, kosii, xuraawaa

dirty (adj.)
xurawa, xurooftu, xurawo; be v. kotota totta

disability
dadhabina

disable
dhaamsi

disable...................
boqochiisi

disagree v.
wal dida didda

disagreeable, be
v. haddhawa dhoofta

disagreement n.
ababaha; wal badii

disappear v.
cali + jedha; bada badda; (suddenly) futuqa tuxxa

disapprove v.
balfa fita

disbelieve v.
ciicadha catta; seessa sita

disc
baxxee

discard
gati

disclaimer
waakkii

disconnect
addaan kuti

discord n.
wal badii

discourage v.
balfisiisa sifta

discover v.
arga gita

discuss v.
qora qorta

discussion
marii

discussion board
gabatee marii

discussion comment
qeeqa marii

discussion n.
marii ni; marumaa ni

disdain n.
tuffii ni

disease, illness
dhukkuba, dhibee

disgrace v.
ceersa sita; qaaneessa sita (Amh.)

disgust n.
balfa i; v. balfa fita

disgusted, be v.
lilikha litta

disgusting
jibbisiisaa

dish
shaanii

dish n.
sahanii ni (Swa.)

dishonest (adj.)
hammaa, hamtuu, hammoo

dishonestly, behave v.
ofadha fatta

disintegrate v.
baqa, baxxa

disinterested v.
irriha rita

disk
baxxee

disk capacity
dandeettii baxxee

disk drive
ooftuu baxxee

disk icon
sajoo baxxee

disk space
iddoo baxxee

disk............
baxxee

dislike n.
lolochiaa ni; v. baga badda; busheefadha fatta; didaha doofta;

dislocate v.
miliqa lixxa

dislocated v.
buqa'a qaata; n. meeluu ni; v. meeladha latta

dislocation n.
buqa'a ni

dismantle v.
diiga diidda

Dismiss
diddaa

disoriented, be
janja jita

dispersed, be v.
firfirfama mta

Display
agarsiisi

Display as
akk... agarsiisi

Display as icon
akk sajootti agarsiisi

display name
maqaa agarsiisi

display........
agarsiiftuu

display..........
agarsiisa

disposition n.
amala i; miira i

dispute v.
falama mta; falma mita; n. falamaa ni; morma mita; morooma mta;

disrespect v.
ceeqadha qatta; tufadha ta

dissolve v.
baqa, baxxa; bulbula lta; dhuuba bda

distance (adv.)
haloola; at a qorro

distant (adv.)
fagoo; qalaama i

distant, far away
fagoo, hiixuu

distended, be v.
xillibba'a boofta

distinct (adj.)
gargari

distort v.
falfala lta

distracted, be v.
irranfadha fatta

Distribute
tamsaasi

distribute v.
hirra hirta; qooda qoodda

distribution n.
qooda i

district
aanaa

distrust v.
ciicadha catta

disturb v.
caacursa sita ; cunqursa sita; tuqa tuxxa; laaba laabda;

disturbance n.
baqaa ni; xaaxaa ni

disturbed, be v.
bakaka katta; goofisa sifta

ditch
daafaa, huurufa

ditch n.
boola iti

dive v.
lixa lixxa

Divide
qoodi

divide v.
" firfirsa sita; firfita fitta; foo""a ta; fotoqa toxxa; kuta kutta; "

divided, be v.
cita citta

divination n.
faala i

division line
sarara qooddii

division n.
qooda i

dizziness n.
xiraa ni

dizzy, be v.
wareera rta

DLL (Dynamic Link Library)
DLL

do again v.
lammeessa sita

do bad things v.
falfala lta

do quickly (adv.) shafi (used with jedha)

do rapidly v.
sampha phita

do v.
goodha dhatta (Shoa) ; tolcha chita

docile
kurunduufa, kasoo

docile (adj.)
kasso

dock
hidhi

docked toolbar
kamshaa hidhame

docking station
buufata hidhaa

doctor
hakiimii, doktarii

doctor n
(traditional) cirreessa I; doktor (Eng.); daktarii (Swa.)

document
galmee

document formatting
dhangeessa galmee

document icon
sajoo galmee

document image processing
hujeessa calaqqee galmee

Document Library
kuusaa galmee

document map
daxaa (xaxaa dachii)

document processing
hujeessa galmee

document recovery
baffata galmee

document type definition
hiika akaakuu galmee

document window
foddaa galmee

document.....
galmee

documentation
galmeessa

Documents and Settings
galmeefi qindaa'ina

dodder v.
leleqa lexxa

dog
saree

dog n.
sarree ni; cuqaa n; sologee ni

dollar sign
mallattoo doolaraa

domain
qayee

domestic animals
bineensoota mana

domestic, local
kan biyya keesa

donkey n.
harree ni; (stallion) moochoo ni; foal n. bukura i ;

door n.
sanqaa ni (Amh.); balbala; korboo ni

door, gate
balbala, hulaa, karra, cufaa, cufantaa

doorjamb n.
mikikila i

doorway n.
balbala ti

DOS prompt
saagii DOS

dossa
sita; golla gollita; jalaa mura rta; miliqa mixxa;

dossier n.
doosii ni (Fr.)

Dot Pitch
addaan fageenya tuqaa

dot-matrix printer
maxxansaa dotmaatriksii

dots per inch
tuqaa inchii tokkoon

dotted line
sartuqa

double byte character
arfii kuuda dachaa

double density
rukkina dachaa

double the size
dachaan guddisi

double underline
jalmura dachaa

double v.
lammeessa sita

double-byte font
bocquu baayitii dachaa

double-click
lama cuqaasi

double-sided
garlamee

double-speed drive
ooftuu saffislamee

doubled n. (something)
miirree ni

doubt v.
busheefadha fatta; seessa sita; seessefadha fatta;

doubt, suspicion
shakkii, ciicannoo

doubtful
shakkisiisaa, shakkisiistuu

Doughnut
gurma

dove n.
saphaliisa i

down
gad, daka, goda

Down Arrow
xiyya gadee

down payment
kaffaltii duraa

Download
naqadhu

downpour (of rain) n.
tamna

downshifting
gadbuusa qubee

downtime
yeroo balla'inaa

downward
gaditti

dowry n.
qarata i

doze v.
hirriiba bda; hochiisa chiifta; muga mudda

dozen
darzana

DPA
DPA

DPI setting
qindeessa DPI

draft
wixina

drag
harkisuu

drag and drop
harkisii kaa'i

drag v.
tirsa sita

draw
bar n. gindaa; mofara i (Amh.)

draw a line v.
taraara rta

draw close v.
hiiqa hixxa

draw out v.
baasa baafta

draw tool
meeshaa fakkasaa

draw water v.
too'a toota; waraaba bda

Drawing
fakkasa

drawing canvas
kal'oo fakkasaa

drawing object
wanta fakkasaa

dread n.
sodaa ni

dream n.
daayyaa ni; objuu ni; v. objadha jatta

dress
wandaboo, qaamisii

dress up v.
fefadha fatta

dress v.
keeyyadha yatta; n. (leather) gorfoo ni; (of leather) gabbara i;

dribble v.
goroora rta; gilgila lta

drink v.
dhuga dhudda; liqimsa sita

drinking glass n.
burchuqoo ni (Amh.)

drip v.
biifa fta; copha cophxa; dhimpha phita

Drive
oofuu

drive away v.
gussa gussita

drive icon
sajoo ooftuu

drive letter
qubee ooftuu

drive v.
oofa oofta; sulcha chita

Driver
ooftuu

drizzle v.
gilgila lta; n. ebelee ni; gilgil; qachacha i; sorroo ni

drool v.
goroora rta; lolochia chita

drop
kaayi

drop cap
qubbuusa

drop lines
sarbuusa

drop n.
cophaa ni

drop shadow
gaaddisa dugduubaa

Drop-down
gadbuusa

drop-down arrow
xiyya gadbuusaa

drop-down combo box
sanduuqa makaa gadbuusaa

drop-down list
tarree gadbuusaa

drop-down list box
sanduuqa tarree gadbuusaa

drop-down menu
baafata gadbuusaa

Dropdown Box
saanduqa gadbuusa

droppings n.
buruurii ni

drought
caamsaa, ongee, hongee

drought n.
bona i; oolaa ni

drown v.
liqimisa sita

drowsiness n.
muusoo ni

drowsy, be v.
muga mudda; (adj.) muga, mudda,muga;

drum (metal) n.
barmeela i; barmeena i (Swa.); dibbee ni

drum v.
dhawwa dhoofta

drunk mouse
hantutee mirmirfataa

drunk, be v.
macha'a choofta

drunk, intoxicated
machaa'aa

dry
gogaa, gogduu

dry area n.
barayaa ni

dry n.
gorma (Amh.); (completely) v. qawwisa wifta; kafafa fta;

dry season n.
bona i

dry, be v.
buka'a kaata

dry, become v.
qorqooraha roofta; gu'a guta

DTD
DTD

dual-actuator hard disk
baxxee jabaataa BD lamee

duck
daakkiyye

Due date
guyyaa xumuraa

dufura
i

duiker n.
(red) abrojii ni see abroolee; kuruphee ni

dull (adj.)
dooma; sigiga, sigiddu, sigigo

dump
gati

dumplings n.
kurkurfaa ni (Konso)

dung n.
faandoo ni; udaani

duplex printing
maxxansa garlamee

Duplicate
baayyisuu

duplication station
buufata baayyisaa

duraa mura
rta; fiiga fiidda; miliqa lixxa

Duration
turmaata

dusk
dimimmisa

dusk, become
dimimiisa miifta; bolgoda dda; n. galgala i

dust
awwaara

dust n.
awaara; sha'ee ni; dibiqii ni (Amh.); bubuka;

dust v.
haxaha xata

dustpan n.
harmoo ni

dusty, be v.
buka'a kaata

dusty, become v.
hurantaha toofta; burquqa xxa; burquqaha qoofta;

DVD
DVD

dwarf n.
ruphaa ni

dwarfish (adj.)
tuura

dwell v.
jira jirta

dye (red) n.
machallaa ni

dye v.
halla lita; hallu ni

dynamic object
wanta kamaatii

dynamite n.
baruda i


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!