Qubee Afaan Oromoo


Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Gurguddaa, Xixiqq fi Lakkoofsota Afaan Oromoo ni baranna.

Qubee Gurguddaa, Qubee Xixiqqaa fi Lakkoofsota

Qubee Gurguddaa Qubee Xixiqqaa Lakkoofsota Maqaa lakkoofsotaa

A

a 1 Tokko

B

b 2 Lama

C

c 3 Sadi

D

d 4 Afur

E

e 5 Shan

F

f 6 Jaha

G

g 7 Torba

H

h 8 Saddeeti

I

i 9 Sagal

J

j 10 Kudhan

L

l 30 Soddoma

M

m 40 Afurtama

N

n 50 Shantama

O

o 60 Jahaatama

P

p 70 Torbaatama

Q

q 80 Saddeettama

R

r 90 Sagaltama

S

s 100 Dhibba Tokko

T

t 500 Dhibba shani

U

u 1,000 Kuma tokko

V

v 5,000 Kuma shani

W

w 10,000 Kuma kudhani

X

x 50,000 Kuma Shantama

Y

y 100,000 Kuma dhibba

Z

z 1,000,000 Kitila tokko

Qubee Dachaa ykn Cimdii

Qubee Gurguddaa Qubee Xixiqqaa Qubee irraa uumaman Fakkeenya

CH

ch c fi h Barachuu

DH

dh d fi h Dhadhaa

SH

sh s fi h shaashii

NY

ny n fi y nyaata

PH

ph p fi h Kophaa

TS

ts t fi s Tsabala

ZH

zh z fi h Televizhiinii

 


Qubee Dubbifamaa, Qubee Dubbachiiftuu fi Qubee Ergisa

Qubee Dubbifamaa Qubee Dubbachiiftuu Qubee Ergisaa
B b, C c , D d, F f, G g, H h, J j,
K k, L l, M m, N n, P p, Q q, R r,
S s, T t, V v, W w, X x, Y y, Z z
A a, E e, I i, O o, U u P p, V v, Z z, TS ts, ZH zh

 


AFAAN OROMO – Oromo Language


Waliif Hiraa<share>
  • 116
    Shares
  • 116
    Shares

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

error: Content is protected !!