Sirna Gadaa

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan


Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du’uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.


Waliif Hiraa<share>
  • 38
    Shares
  • 1
    Share

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii


Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi


Waliif Hiraa<share>
  • 1
    Share
  • 1
    Share

Barnoota Sirna Gadaatiin sagantaaleen barnoota digrii 2ffaa fi 3ffaa Yuunvarsiitin Haramaayaatti Eegalamuuf


 Barnoota Sirna Gadaatiin sagantaalee barnoota digrii 2ffaa fi 3ffaa Yuunvarsiitin Haramaayaatti Eegalamuuf Yuunvarsiitin Haramaayaa Inistiityuutii


Waliif Hiraa<share>
  • 2
    Shares
  • 1
    Share
error: Content is protected !!