- Advertisement -

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Fayyaa Ija keenyaatiif Nyaata Barbaachisan

Fayyaa ija keenyaf maal soorrannu?Dhibamnee rakkoorra bu'uu keenyan dura waan salphaa naannoo keenyatti argannu sirriitti fayyadamuun fayyaa keenya eeguu dandeenya.Soorata guyyaa guyyaa keenya keessaa waan magariisaa, fudraa...

FOOLII BADAA MIILLAA ITTISUUN NI DANDA’AMA – Dr Gurmeessaa

****Fayyaan faaya**** 1. Erga miilla dhiqannee booda miila keenya kafanaan haxaawuu qabna. Kun seelotaa gogaa irratti dudu'anii hafan baakteeriyaa keessummessan waan balleessuuf 2. Miilla keenya shayiidhaan (tea) dhiqachuu...

Dhibee Garaachaa Qabduu? – Gorsa Fayyaa

DHIBEE GARAACHAA QABDU? - OBN tu Maxxanse Dhukkubni garaachaa (peptic ulcer disease) qunca’uu garaachaa fi mar’umaan isa gara garaachaatti ol’aanuu irraa kan dhufu. Kunis walmadaaluu dadhabuu...

Aadaafi Duudhaa Oromoo


Waliif Hiraa<share>
  • 449
    Shares
error: Content is protected !!