- Advertisement -

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Jinjibila: Dr Gurmeessaa

 JIINJIBILA Jinjibilli keemikaala "Gingerol" kan faayidaalee armaan gadii kennu of keessaa qaba. - Feedhii (appetite) nyaataa nuuf dabala. - Balaqqama (balaqqama konkolaataa keessaa dabalatee) nurraa ittisa. - Dhukkuubbii...

BUNAA FI FAYYAA : – Dr Gurmeessaa

BUNAA FI FAYYAA : - Dr Gurmeessaa Bunna dhuguun faayidaan fayyaaf qabu maali? Dhalli nama buna dhuguu kan eegale jaarraa 15 ffaa dha as akka ta'e...

DHUKKUBOOTA JAALALAA

Dhukkuba jaalalaa (waantoota jaalala ykn relation keenya miidhan):- 1. Waantoota xixiqqoo waldiduu. Waantoota xixiqqoo yo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkaata. Fakkeenyaaf… “qodaa kana fuudhii achi kaa’i”...

Aadaafi Duudhaa Oromoo


Waliif Hiraa<share>
  • 449
    Shares
error: Content is protected !!