Saturday, October 19, 2019

Irreecha: Sirna Irreechaa namoota jaha irraa hanga miiliyoonota hedduutti

Oromoonni naannoo golga laga Abbayyaa jiraatan malkaa Abbayyatti bahuun, kan gidduu gala biyyaa ammoo Hora Har-sadiitti bahuun kabajaa turan jedhu qorataan seenaa Giddu gala...

Kaalaandarii Oromoo maaltuu kaaniin adda taasisaa?

Henni (kaalaandaariin) Oromoo Booranaa kan aadaa fi haala jiruuf jireenya uummata Booranaa waliin walitti hidhama cimaa qabu fi sirna gadaatiif illeen utubaa ta'usaa, qorattoonni seenaa ni dubbatu.

WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN...

WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN ETHIOPIA The Top Twenty Three Reasons

Hiikkaa Jechootaa Afaan Oromoo

There are 8 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter Z.
zebra n.
harree diidaa

zigzag v.
qatamura rta; n. qatamura i; sokharee ni

ZIP code
iyyaatoo teessoo

zipper
shaarneellaa

zone
godina, ambaala

zoom
guddisi

zoom in
faaran guddisi

zoom out
faaran xinnessi


Submit a Word(Jecha)

Nu Hordofaa

71,285FansLike
478FollowersFollow
40,450FollowersFollow
1,171FollowersFollow
29SubscribersSubscribe

Maxxansaalee heddu dubbifame

Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi’eessu: Copha Jaalalaa

Jaalalleewwan lamaan akkamitti wal-qunnamtii saalaa walitti mi'eessu. Inni kun yeroo baay'ee hanqina shammarroota irratti mul'atu yoo tahu dhiirota irrattis hamma tokko ni mul'ata.

Seenaa Gabaabaafi Kitaabota Gaaz.fi Barreessaa Tasfaayee[Gadaa] Gabra’aab(Burqaa Zimmitaa) buufadhaa dubbisaa

Qabsoon Waraana barreeffamaatiin adeemsifamu waan yaalloo akka hin taane beekuun barbaachisaadha. Barreessitootni kitaabasaanii keessatti waan taajjabbii, mudannoo jireenyaafi dhoksaa garaa isaanii ilaalcha siyaasa hawaasa...

Jechoota Hayyoota Addunyaa

Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3)...








error: Content is protected !!