Aadaa - Duudhaa
Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo...
Hi, what are you looking for?
Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo...
Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni...
Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan...
Akka Booranni jedhutti abbaan Gadaa angoorra jiru utuu baallii hin kennine yoo jaare, akka Gujiin himuttimmoo nami abbaa Gadaa ta’uuf deemu yookaa gadoomarra jiru...
Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta'uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC'n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu biroorratti taasise kunooti.
Seenaan Goota kanaa kan himamee dhumu ta’uu baatuyyuu, Muraasa akka armaan gadiitti isiniif dhiyeessineerra Seenaa Gabaabaa Jeneraal Artist Umar Suleeyimaan Sheyimoo Gootaa fi Hayyicha...
"Fardi Biraan nama gaha malee hin woraanu!" jedha Oromoon. Dr.Abittiifi Dr.Kab.Lammaa Magarsaa hanga dhufanii tokkoo tokkoo keenya mana keenyaa nu barbaadanitti eeguu hin qabnu
Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata Oromoo giddugaleeffachuudhaan. Yeroma jalqabu...
BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin – Waa’ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali...