Aadaa - Duudhaa
Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee...
Hi, what are you looking for?
Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee...
Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa...
Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba....
Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha:...
#Diary koo gaafa Hiriira deeggarsaa irratti Boombiin nutti darbatame keessaa fudhadhe. Ilmaan Oromoo hubannoo cimsuun murteessaadha. Ilmaan Oromoo jijjiirama amma biyya keessatti dhufeef wareegama...
Sabni sun – inni dur Gaaddisa jalatti seerasaa tumate Sabni Kuush – inni sun Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate Kan ofiin of tolche Kan...
****DUBARTOOTA GAA’ELA QABAN QOFAAF**** Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa...
Imaanaa Jaalalaa – Asoosama Gabaabaa Kutaa – Afur Borumtaa isaa barfadheen dhufe. Hirriba halkan qe’ee koo lagatee bule gara barii sossobatee na fudhatee sokkerraa...
LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa —- jalqaba, dura 2. Ennaan —- sana booda 3. Ojjaa. — yoo, erga 4. Adoo — otoo,...