Tuesday, April 23, 2019

DURBUMMAA( VIRGINITY) – Dr.Hiikaa

Durbummaan waan baay’ee haphii ‘ hymen or thin film of membrane’jedhamu,ulaa afaan qaama saalaa durbaa haguugee kan argamudha. ‘Hymen’ kun haphii waan ta’eef yeroo baay’ee qunnamtii saalaa jalqabaa irratti tarsa’a.

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Abbaan Gadaa yoo jaaru/ qorcaa yoo micciiru(du’u) eenyun bakka bu’a?

Akka Booranni jedhutti abbaan Gadaa angoorra jiru utuu baallii hin kennine yoo jaare, akka Gujiin himuttimmoo nami abbaa Gadaa ta’uuf deemu yookaa gadoomarra jiru yoo qorcaa micciire eenyutu bakka bu’a?

Muramte – Murtii Araaraa

#Muramte - Murtii Araaraa akka sirna Gadaa Oromootti.

Imala_Jireenyaa_A/J_Umar_Suleeymaan

Seenaan Goota kanaa kan himamee dhumu ta'uu baatuyyuu, Muraasa akka armaan gadiitti isiniif dhiyeessineerra Seenaa Gabaabaa Jeneraal Artist Umar Suleeyimaan Sheyimoo Gootaa fi Hayyicha Oromoo Suleeyimaan Sheyimoo Irraa Bara...

Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa

Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata Oromoo giddugaleeffachuudhaan. Yeroma jalqabu barreeffamoota dhedheeraa Aariifi Xiiqiin guuttame mootummaa irratti, akkasumas Qeeqa hanqinnootaafi Rakkoolee...

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa

BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin - Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali jedhu akka armaan gadiitti ibseera. Irreechi/ssi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan...

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee bilisummaa Afaan Oromoo hundee Oromummaa Galma aadaa keenyaa Eegaa seenaa keenya Afaan Oromoo… jechuudhaan Artist...
61,047FansLike
180FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,062FollowersFollow
979SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

Back to Word(Jecha) directory





error: Content is protected !!