Tuesday, June 18, 2019

Brief History of Afaan Oromoo and Qubee Afaan Oromoo – Afaan Oromoo

Afaan Oromo is the 3rd most spoken of African’s languages next to Kiswahili and Hausa.Brief History of Afaan Oromoo and Qubee Afaan Oromoo

Seenaa Gabaabaafi Kitaabota Gaaz.fi Barreessaa Tasfaayee[Gadaa] Gabra’aab(Burqaa Zimmitaa) buufadhaa dubbisaa

Qabsoon Waraana barreeffamaatiin adeemsifamu waan yaalloo akka hin taane beekuun barbaachisaadha. Barreessitootni kitaabasaanii keessatti waan taajjabbii, mudannoo jireenyaafi dhoksaa garaa isaanii ilaalcha siyaasa hawaasa tokkoo quuqamoo ta'anii waan garaatti ulfaa'an ittansuu fi ciniinsifannaa guddaadhaan...

Oromoo Ormaa: ”Yeroon Oromoon itti tokkoomu gaheera”

Dhiheenya BBC Afaan Oromoon, Oromoota Keeniyaa bulchiinsa Taanaa Riivar yookiin 'Taanaa Rivar Kaawuntii' jedhamu keessa jiraatan waliin turtii taasiseera. Gaaffiilee ummanni Oromoo kunneenis attamiin gara kana dhufan? Bara meeqa asi jiraatanii fi eessa irraa ka'an?...

Dubartoota Oromoofi Kabaja Siinqee Sirna Gadaa Keessatti

Duri waraanni Oromoo dubartoota Siinqee qabatan irraa osoo eebba hin fudhatin waraanaaf hin bahu ture, kunimmoo kabaja Oromoon Dubartiifi Siinqeef qabu ibsa

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

Maqaalee Ji'oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin yommuu waamamu akka armaan gadii kana taha. Afaan Oromootiin Ji'oota SIDAAMU AFFINNI DIRU AGAANA Months in English ወራት in Ge'ez, Amharic, and Tigrinya Afaan Oromo    (Ji’oota) Sidamu Afoo (AGAANA) English  ...

Seenaa Gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo Sheek Bakrii Saphaloo

Seenaa gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo kan ta'an Sheek Bakrii Saphaloo

DURBUMMAA( VIRGINITY) – Dr.Hiikaa

Durbummaan waan baay’ee haphii ‘ hymen or thin film of membrane’jedhamu,ulaa afaan qaama saalaa durbaa haguugee kan argamudha. ‘Hymen’ kun haphii waan ta’eef yeroo baay’ee qunnamtii saalaa jalqabaa irratti tarsa’a.

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.
70,813FansLike
239FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,095FollowersFollow
1,026SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 145 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter U.
u

u wrongdoing n.
eebee ni

udder n.
gurruu ni; qalaamee ni

udge v.
itti buufadha fatta; mura murta; n. qortuu ni

ugliness n.
koroomaa ni

ugly (adj.)
gonjoba; n. dhanqalee ni

ugly, be v.
homforoqa roxxa

ugly, untidy
fokkisaa, fokkistuu

ugular (vein) n.
ama ti; gooha i

ulcer n.
gilindee ni

ulufa'a
foofta

ululate v.
ililisa lifta

umbilical cord n.
handhura ti

umbrella
dibaaba, daatuu, gaaddisee

umbrella n.
xilaa ni (Amh.)

unable, be v.
abeeba, bda

unable, become v.
silala ta

unapproachable, be
mandiida dda

unattractive (adj.)
gonjoba; dhanqalee ni

unattractive, be v.
hommforoqa roxxa; koroomaha moofta; busha'a bushoofta

unavailable
hinjirree

unavailable command
ajaja hinjirre

unbind v.
hiika hitta

uncheck a check box
sanduuqa filannoo dhisi

uncle (maternal)
eessuma, hubuyu, abbo guddoo

uncle (paternal))
wasiila, abuyyaa

uncle n.
abbuyaa; abba diqa

unclean n.
haraama i (Arab.)

unclear (word) n.
mooda i

unconscious, be v.
wagaggaha goofta

uncooked (adj.)
dheedhi

uncountable n.
kunkii i

unction n.
gorsumaa ni; jiroo

Undelete
haqamaa deebisi

under
jala

under (prep.)
jala; jalaa

underdone (adj.)
dheedhi

Underline
jalmura

underpants
pantii, butaantii

underscore
murgadii

undershirt n.
shamisii ni (Fr.)

underside n.
jala i

underskirt, slip
minxii liibsii

understand v.
agara rta; arga gita; beeka beeta; dhagaha geetta;

understanding n.
beekumaa ni

undertake v.
jalqaba bda

underwear
jalaanii

Undo
gaabbi

undock
kaafachuu

Undock Computer
kompitera kaafachuu

uneducated (person or animal) n.
mooga i

uneven (place) n.
toronjii ni

uneven n.
kakatee ni

uneven, be v.
golompadha fatta; quuqa quuxxa; quuqawa qoofta;

unevenness n.
karanchaa ni

unexpectedly (adv.)
lafiifo; tassa

unfair, be v.
riiqa riixxa

unfasten v.
hiika hitta

unfold v.
diiga diidda

Ungroup
garbaasi

unhappy, be v.
ooda oodda; oodaha doofta; luuxaha xoofta

Unhide
mul'isi

Unicode
yuniikoodii

uniform (clothes)
fooyituu, walagoo

uniform(ly) (adj and adv..)
qixxee

unimportant n.
(person) haara i

uninhabited (area) n.
raassaa ni

uninstall
diigi

unintelligent n.
gadareesa i; daallee ni

unique
addata

unit
safartuu

unit of measurement
safartuu

unity n.
obbolumaa ni; obboleeyyuma ti; walumaa ni

university
yunivarsiitii

unkempt, be v.
huuraha roofta

unknowingly (adv.)
lafiifo

unlawful n.
haraama i (Arb.)

unless (conj.)
malee

unmarried girl n.
galtama; foodoo ni (Gab.)

unmoving v.
sibra brita

unpleasant (thing or condition) n.
bohee ni; bangee ni

unpleasant, be v.
koroomaha moofta

unrefined (adj.)
qarchacha

unripe
xobbee

unripe (adj.)
bargoo ni; qaracha i

unripe v.
bargaha goofta; magarra rta

unsteady (child) n.
galilfoo ni

Unsubscribe
mamilooma dhiisi

unsure, be v.
tnatamaha moofta

untended (adv.)
hadiyoo

untidy
boosacha, booseettii, samaa, samtuu

untidy n.
adayyuu ni, a disorganized, slovenly person;

untidy, be v.
hoxxaha xoofta

untie v.
fura furta; gadhiisa dhiifta; hiika hitta; mulqa qita

until
hamma, hanga

until (prep. + conj.)
haga

until the end
hamma dhuma

untitled
moggaasa dhabdee

untrained, be v.
mandiida dda

up
irra, gara olii, hanga, gararraa

up (adv.)
ola olitti

Update
haaromsi

update....
haaromsi

upgrade
ol kaasi

upload
ol fe'i

upon (prep.)
irra

upper arm n.
uduuda ddi

UPPERCASE
QUBEE GUDDAA

upright (adj.)
looko

uproar n.
caara i; wacaa ni

upset v.
laaba laabda

upset, be v.
mufadha fatta

Upsizing Wizard
fala ol ka'iinsaa

upwards
ol

urba
urbita

urge v.
ejachiisa ciifta; n. araadda i

urinate v.
fincaha coofta

urine
fincaan

urine n.
fmcaani

URN
URN

us
nu

us (pron.)
nu

usage analysis
xiinxala fayyadamaa

use (n)
faayidaa, dantaa, bu'aa

use as default
akka duriiti fayyadamaa

useful
faayidaa qabeessa

useful (thing) n.
doobla i

useless
badduu, goofoo, faayidaa-maleessa

useless !
bilash! (Amh.);

useless (adj.)
dootu; goofoo

useless (person) n.
bozonee ni ; duriyyee ni (Amh.); algala; midissaa ni;

useless, be v.
seseega seseedda; bufa fita;

User
fayyadamaa

user account
eenyumeessa fayyadamaa

user ID
W.E.fayyadamaa

user interface
walquunnama fayyadamaa

User name
maqaa fayyadamaa

user profile
raga fayyadamaa

user-defined
hiika fayyadamaa

User's Guide
qajeelfama fayyadamaa

usually, frequently, often
yerroo baa'ee

utaala
lta; wirsa sita

uterus n.
saaba i

utility
fayyaddaa

uyyisa
yifta; keeyyadha atta; n. gulubii ni


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!