Monday, June 24, 2019

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa...

Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo Oromiyaati, Afaan Oromoo Afaan hojii Mootummaa Federaalaa ta'uun dura Afaan hojii Waajjiraalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa tahuu qaba, Ani, ati, isheen, inni, isaan, isin hundi keenya AFAAN Jaalannu kanaaf maal gumaachine? fi Yaada Furmaataa

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

Waa’ee Gadaa wantoota beekuu qabdan shan

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Walaloo Ajaa’ibaa Galma Barkumeetti – Feeneet Geetaachoo

Sabni sun - inni dur Gaaddisa jalatti seerasaa tumate Sabni Kuush - inni sun Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate Kan ofiin of tolche Kan ofiin of bulche Kan ofiin of oolche Kan of babbareeche Afaanii fi aadaa - latiinsa sabboonaa Eenyummaa sabboonsaa Dhiigasaatiin tursee Kan...

Imaanaa Jaalalaa – Asoosama Gabaabaa: Mootii Abbaltiin

Imaanaa Jaalalaa - Asoosama Gabaabaa Kutaa - Afur Borumtaa isaa barfadheen dhufe. Hirriba halkan qe'ee koo lagatee bule gara barii sossobatee na fudhatee sokkerraa kanin wareeree ka'e iyya bilbilaatiini . Duquqquuma keessa ta'ee ija sukkuumachaan kaase. "Heloo!"jette...

LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA

LOQODA BOORANAA ------- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa ---- jalqaba, dura 2. Ennaan ---- sana booda 3. Ojjaa. --- yoo, erga 4. Adoo --- otoo, silaa 5. Shoorkii --- dhimma, rakkoo 6. Laanaa , Yaasaa ---- suuta 7. Yaasuma, Bobbaa ---- adeemsa 8....

Eenyu siin haajedhu, Eenyuun sii Moggaasu? – Ati Maqaa naaf laadhu : Walaloo Haadhaa.

Ati Maqaa Naaf Laadhu!!! Mee enyu Siin jedhu moggaasni Siif malu Damma moo Aannani jechi Siin madaalu? Damma akkan hin jenneef Dammi Gagaa qaba Aannanis jechuu dhaaf bullaan dhama qaba Mee maaliin si waamu siifoo jechan dhaba. Mee Bishaan siin...

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo ==========//============ Ummatni Oromoo hortee latiinsa hidda kuush keessaa isa guddaa fi Baha Afrikaatti ummata baldhina qabu yoo ta’u waggoota kumaatama dura sirna gadaatiin buluu kan jalqabeefi karaa nageenyaatiin lafa quubsumaa, dheedaa...

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo "Gabrummaa hiddaan buqqifnaa dadhanu ilmaan itti guddifna."J/Waaqoo Guutuu "Nuti Oromodha, kan lolluufis Ummataafi biyya Oromiyaatifi males, is in jalatti gabroomnee biyya isiniif kennuuf miti" Mayraa(Muhammad Zaakir) 3."Dhiigni kiyya mirga ummata Oromootiif Kan dhangala'u...

Geerarsa Oromoo

Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi  jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ittiin ibsataniifi malleen ittiin cookkatanidha. Geeraraan geerarsaan eenyummaa, fedhii, hawwii, komii, gaddaafi gammachuu isaa ittiin...
70,818FansLike
254FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,096FollowersFollow
1,027SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are currently 9120 Words(Jechoota) in this directory

Please select a letter from the index (above) to see entries



Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!