Imaanaa Jaalalaa – Asoosama Gabaabaa: Mootii Abbaltiin

Imaanaa Jaalalaa - Asoosama Gabaabaa Kutaa - Afur Borumtaa isaa barfadheen dhufe. Hirriba halkan qe'ee koo lagatee bule gara barii sossobatee na fudhatee sokkerraa kanin wareeree ka'e iyya bilbilaatiini . Duquqquuma keessa ta'ee ija sukkuumachaan kaase. "Heloo!"jette...

LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA

LOQODA BOORANAA ------- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa ---- jalqaba, dura 2. Ennaan ---- sana booda 3. Ojjaa. --- yoo, erga 4. Adoo --- otoo, silaa 5. Shoorkii --- dhimma, rakkoo 6. Laanaa , Yaasaa ---- suuta 7. Yaasuma, Bobbaa ---- adeemsa 8....

Eenyu siin haajedhu, Eenyuun sii Moggaasu? – Ati Maqaa naaf laadhu : Walaloo Haadhaa.

Ati Maqaa Naaf Laadhu!!! Mee enyu Siin jedhu moggaasni Siif malu Damma moo Aannani jechi Siin madaalu? Damma akkan hin jenneef Dammi Gagaa qaba Aannanis jechuu dhaaf bullaan dhama qaba Mee maaliin si waamu siifoo jechan dhaba. Mee Bishaan siin...

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo ==========//============ Ummatni Oromoo hortee latiinsa hidda kuush keessaa isa guddaa fi Baha Afrikaatti ummata baldhina qabu yoo ta’u waggoota kumaatama dura sirna gadaatiin buluu kan jalqabeefi karaa nageenyaatiin lafa quubsumaa, dheedaa...

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo

Jechoota Gootota Hayyoota Oromoo "Gabrummaa hiddaan buqqifnaa dadhanu ilmaan itti guddifna."J/Waaqoo Guutuu "Nuti Oromodha, kan lolluufis Ummataafi biyya Oromiyaatifi males, is in jalatti gabroomnee biyya isiniif kennuuf miti" Mayraa(Muhammad Zaakir) 3."Dhiigni kiyya mirga ummata Oromootiif Kan dhangala'u...

Geerarsa Oromoo

Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi  jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ittiin ibsataniifi malleen ittiin cookkatanidha. Geeraraan geerarsaan eenyummaa, fedhii, hawwii, komii, gaddaafi gammachuu isaa ittiin...

Jechoota Hayyoota Addunyaa

Jechoota Hayyoota Addunyaa 1) Namoonni hedduu gorsa yoo fudhataniyyuu,kanneen itti fayyadaman beektota qofa.(Thomas Takias) 2) sababa teessee ilaaltuuf namoonni gurguddoo sitti fakkaatu. Kanaafuu ka'i. (Jecha warra Ingilizii) 3) Ifa arguuf dukkana halkanii dabarsuun dirqama.(wiiliyaam sheekispir) 4) Kaleessaaf gaabbuu fi...

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z

Makmaaksa Oromoo Qubee Afaan Oromoo A-Z A Abba hin qabdu akaakyuuf boochi Abbaa iyyu malee ollaan namaa hin birmatu Abbaan damma nyaateef ilma hafaan hin mi’aawu Abbaatu of mara jedhe bofti hantuuta liqimsee Abjuun bara beelaa buddeena abjoota Addaggeen hamma lafa...

Jechama Afaan Oromoo

Jechama Afaan Oromoo Jechamni Afoola Afaan Oromoo yommuu ta'u, Haasawa tokko keessatti mi'eessuuf ykn bareechuuf itti fayyadamna. Jechamni Afaan Oromoos hiika lama kan qabu yoo ta'u, qaama kan gubbaarratti hiika ifa ta'e ibsamuufi qaama keessaattimmoo hiika dhoksaa...

Afoola Oromoo

AFOOLA  OROMOO. Afoolli bifa 'liitireecharii' ta'ee aadaa, seenaa, duudhaa, seenaa fi eenyummaa dhaloota darbee himaamsa afaaniitiin gara dhaloota itti aanutti ykn dhaloota dhufutti kan dabarsuudha. Amaloota Afoolaa: Afoolli: Gocha wajjiin kan walqabate. *Yeroo baay'ee yaada ifa...
60,963FansLike
179FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,060FollowersFollow
976SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 105 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter V.
V

v would
silaa

v wound v.
dira dirta; n. madaa ni

v.
dida didda; falama mta; falma mita

v. become muyadha
yatta

vaccinate v.
kataba bta

vaccination
talaallii

vaccination n.
kitibaatii; talalla ni (Amh.)

Vaccine
talaallii

vagabond n.
algalaa; ranjula i

vagina n.
booda i; muxee ni; buqa

vague n.
coora i

vague, be v.
huraha roofta; tantamaha moofta; wara'a roofta

vagueness n.
tantammii ni

valid
gataa'aa

valid XML
XML gataa'aa

validate
gataa'essuu

validate......
mirkanessi

validation
gataa'insa

validation rule
seera gataa'insaa

validation.......
daddafiinsa

valley n.
dareera i; balee ni

value
sona, safuu, gatii

value n.
gatti ni

value............
gatii

valueless, vain
bilaasha

vanish v.
cali + jedha

vantage (point) n.
doofii ni

variable
jijjiiramaa

variance
safartuu xiinannoo

VBA
VBA

vegetable (leafy green) n.
raafuu ni

vegetables
kuduraa

vegetation
biqiltuulee

vegetation (dense) n. rima
i

vehicle
makiinaa, koonkoolata

vein n.
gonnee ni; idda i; moola i

Vendor
daldalaa

venerate v.
sarma mita; saalfadha fatta

ventilation
qilleensa afarsuu

verb
gochima, gocha

verification
mirkanaa'ina

verify
mirkaneessi

Version
fooyya'aa

vertebrae n. (cervical)
horroo ni

Vertical
sarjaa

vertical alignment
hiriirfama sarjaa

vertical scroll bar
kabala marfata sarjaa

Vertical Text
barruu sarjaa

Vertically
sarjina

very
baayee, baay'ee

very (adv.)
guddoo

vest
jalaanii, sadarya

vest n.
shamisii ni (Fr.); shisii ni (Fr.)

victory
injifannoo, mo'icha

video
viidiyoo

video adapter
amanfataa viidiyoo

View
mul'annoo

view button
qabduu mul'annoo

View Item
wanta mul'annoo

view n.
mullii ni

View Source
madda mul'annoo

view, vision
mul'ata, daayyaa

viewer
mul'isaa

Views Bar
kabala mul'annoo

vigor n.
humna iti

village
ganda, araddaa, amba

village n.
ollaa ni; (ritual) yaa'a; warra i; warreena i

violate v.
dadara rta

violence
jeequmsa, kolboo, goolii

virgin land n.
bajjii ni

virtual
abjata

virtual server
kaadima abjataa

virus
qinqanii

virus detection
arga qiinqanii

virus protection
hayyisa qiinqanii

Virus...........
qinqaanii

visage n.
fuula i

viscera n.
marumaani

visible
mul'ataa

visible, be v.
mulladha latta

visible, become v.
futisa tifta

vision n.
daayyaa ni

visit
imaluu

visit n.
(for business) imaltuu ni

visiting n.
oolii ni

visitor
daaw'ataa, daaw'attuu

visitor n.
ideemaa ni; ideemtuu ni; keessumaa ni

visual
argaa

Visual Basic
vizuwaal beezikii

Voice mail
ergaa sagalee

voice n.
qoonqoo ni; gollaa ni; (weak) v. mararisa rifta

volcanic crater n.
boqee ni

volcanic stones n.
booralee ni

volume
qabiyyee

Volume1
hamtaa sagalee

Volume2
qabeentaa

vomit
diddiga, haqqee, bulgaatii, balaqqama

vomit v.
bulgafadha fatta; didiga dda; alqafadha; (repeatedly) haqisa qifta;

voracious (person) n.
glutton agarii ni; want to qooqifadha fatta

vow n.
kakuu ni; didhaa ni

vulgar, speak v.
laalifadha latta

vulnerable parts n.
dhalluu ni

vulture n.
alaatii ni, sabooba ni; simphira ti; (hooded) rummicha i

vulva n.
(of animal) fagara ti


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!