Afaan Oromoo
Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa Feesbuukii | Maxxansa Feesbuukii Afaan Hedduu Yeroo tokko Maxxansuu
Hi, what are you looking for?
Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa eegalee hanga dhaabbilee barnoota...
Afaan Oromoo Afaanota Gurguddoo Addunyaa 109 tti makamee tajaajila kennuu jalqabuuf Jechootni English Miliyoona 1 fi isaa ol Afaan Oromootti yoo hiikamaniidha. Kana milkeessuf...
Introduction It has become evident since recently that the Oromo across religious, political and geographical boundaries have converged together in celebrating an annual ritual/festival...
Tajaajila Hiikkaa Feesbuukii Afaan Oromoo | Afaan Feesbuukii gara Afaan Oromoo Jijjiirachuu | Gorsa Hiikkaa Feesbuukii | Maxxansa Feesbuukii Afaan Hedduu Yeroo tokko Maxxansuu
Afaan Oromoo toorarratti barachuuf kanneen barbaaddan Odeeffannoo fi Meeshaalee Deeggarsa Barnoota Afaan Oromoo marsariitii keenyarraa argattanitti dhimma baatanii yeroo gabaabaa keessatti Afaan Oromoo keessan...
Bara 2017 irraa kaasee Afaan Oromoo afaan hojii dhaabbata guddaa Idil-Addunyaa, Feesbuukii akka tahu gaaffii hayyootni Oromoo gaafataniin kan eegale, Hiikkaan Feesbuukii Afaan Oromoo...
Kitaaba SIRNA ABBAA-IRREETIRRAA GARA DIMOKRAASII Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu kan Obbo Jawar Mohammed, Yaya Beshir fi Dr.Abduselam Hiikkame
Oromoonni naannoo golga laga Abbayyaa jiraatan malkaa Abbayyatti bahuun, kan gidduu gala biyyaa ammoo Hora Har-sadiitti bahuun kabajaa turan jedhu qorataan seenaa Giddu gala...
Henni (kaalaandaariin) Oromoo Booranaa kan aadaa fi haala jiruuf jireenya uummata Booranaa waliin walitti hidhama cimaa qabu fi sirna gadaatiif illeen utubaa ta'usaa, qorattoonni...
Akka safuufi Seenaa Oromootti Loon kabajaafi jaalala qaba, Kanaaf Faaruun addaa faarfamaaf. Faaruu loonii kana hordofaa