Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne

Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta'uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC'n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu biroorratti taasise kunooti.

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa

BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin - Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali jedhu akka armaan gadiitti ibseera. Irreechi/ssi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan...

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee bilisummaa Afaan Oromoo hundee Oromummaa Galma aadaa keenyaa Eegaa seenaa keenya Afaan Oromoo… jechuudhaan Artist...

Maqaalee Afaan Oromoo Qubee A-Z

A B C D E F G H I J K L M N O Q R S T U W X Y . Maqaalee Qubee – A . Aagaa, Aagituu, Aannanee, Aanaani, Aana, Aantuu, Abbayaa, Abboomaa, Abdannee,...

CAASAA BARREEFFAMA AFAAN OROMOO – B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin

Guddinni afaanii bu’aa waliigalteeti. Hawaasni akka dubbatutti waliigalee, akka waliigalutti dubbata. Caasaan barreeffamaas akkaataa hawaasni itti dubbatuun hinsirratu yoo ta’e, afaanichi gara biraatti daba. Sababnisaa, hawaasni akka dubbatutti dubbisa. Afaan Oromoo keessatti rakkoon mul’atu kana....

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii

Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon...

Injifannoo Qabsoo Qeerroo Oromiyaa(QQO) hanga Masara Mootummaa fi Abshaalummaafi Fayyadamummaa Habashootaa

#Diary koo gaafa Hiriira deeggarsaa irratti Boombiin nutti darbatame keessaa fudhadhe. Ilmaan Oromoo hubannoo cimsuun murteessaadha. Ilmaan Oromoo jijjiirama amma biyya keessatti dhufeef wareegama qaqqaalii hanaga lubbuu ofii kennuu gochuun eenyuufuu ifaadha. Gaafa kana ilmaan...

Walaloo Ajaa’ibaa Galma Barkumeetti – Feeneet Geetaachoo

Sabni sun - inni dur Gaaddisa jalatti seerasaa tumate Sabni Kuush - inni sun Kan Odaa jalatti Gadaasaa uummate Kan ofiin of tolche Kan ofiin of bulche Kan ofiin of oolche Kan of babbareeche Afaanii fi aadaa - latiinsa sabboonaa Eenyummaa sabboonsaa Dhiigasaatiin tursee Kan...

Walqunnamtii Saalatti Gammaduu Dadhabuu – Dr Gurmeessaa

****DUBARTOOTA GAA'ELA QABAN QOFAAF**** Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa ishee waliin raawwattutti gammachuu kan hin qabnee fi fedhii saala abbaa manaa ishee...

LOQODA BOORANAA ——- OROMOO HUNDAA

LOQODA BOORANAA ------- OROMOO HUNDAA 1. Qaraa ---- jalqaba, dura 2. Ennaan ---- sana booda 3. Ojjaa. --- yoo, erga 4. Adoo --- otoo, silaa 5. Shoorkii --- dhimma, rakkoo 6. Laanaa , Yaasaa ---- suuta 7. Yaasuma, Bobbaa ---- adeemsa 8....
60,963FansLike
179FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,060FollowersFollow
976SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 38 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter Y.
Y Value
gatii Y

yakka
kita

yam
goodarree

yawn v.
amommadha matta ^K

year
waggaa, bara, ganna

year n.
waggaa ni; ganna; bara i; (the past year) barana ^

years
waggaawwan

yellow
booraa, keelloo

yellow (adj.)
birtee

yes
eeyee, ee

Yes To All
hundaaf yaa

yes!
ee'ee

yesterday
kaleessa

yesterday n.
kale; kaleesa ni

yet
hanga ammaatti, ammallee

yet (adv. + conj.)
ammalle

yield
oomisha, horata, callaa, atootota

yield, product
callaa

yogurt
itittuu

you (pl., obj.)
isini

you (pl., subj.)
isin

you (pron.)
isan; (voc.) isii; si; atini; sii (dative); siini (ablative)

you (sing., obj.)
si, si'i

you (sing., subj.)
ati

young
laccee

young (animals/children) n.
lammacha i; lammootta i

young (thing) n.
cuqaa ni

young n.
ilmee ni

youngster n.
agooroo ni; of animals or small children), (ijoollee agooro(

youngsters n.
yarsuma i

your
(possessive pron.) keessani, teessani; (sing.) kanke, tante; keeti, teet

your (pron.)
kanke, tante, ke, te

your, yours (pl.)
keessan, keessani

your, yours (sing.)
kee

yourself (pron.)
ufi

youth n.
ka'ima i; yarsuma i

yuuba, gadaamoojjii

yuukha
yuutta


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!