Afaan Oromoo
Hiikkaa Jechoota Afaan oromoo kanneen qubee Afaan Oromoo A - Z jiran. Qabiyyeen galmee kanaa yeroo gara yerootti dabalaa kan adeemu dha.
Hi, what are you looking for?
Afaan Oromoo toorarratti barachuuf kanneen barbaaddan Odeeffannoo fi Meeshaalee Deeggarsa Barnoota Afaan Oromoo marsariitii keenyarraa argattanitti dhimma baatanii yeroo gabaabaa keessatti Afaan Oromoo keessan...
There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its business in Afaan Oromo!
1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London. Yesterday is not only History, but also one of the evidence you can define where...
Hiikkaa Jechoota Afaan oromoo kanneen qubee Afaan Oromoo A - Z jiran. Qabiyyeen galmee kanaa yeroo gara yerootti dabalaa kan adeemu dha.
Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin yommuu waamamu akka armaan gadii kana taha. Afaan Oromootiin Ji’oota SIDAAMU AFFINNI DIRU...
QUBEE Afaan Oromoo Fakiidhaan Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Fakkiidhaan fakkeenyota Jecha Qubee Sanaan eegalanii ykn of keessaa qabanii irraa kan fudhataman ibsa dabalataa...
Jecha Afaan Oromoo Jechimmoo kan uumamu Walitti dhufiinsa sagaleetiin ykn ‘Sagalee + Sagalee = Jecha’ ta’a. Jechootni kan uumaman, sagaleen dubbii akkaataa hiika kennuu...
Qabiyyeen Barnoota Barreeffamaa 1. Qubee Afaan Oromoo Qubeen Afaan Oromoo Soddomii sadi(33), isaan keessaa digdamii tokko dubbifamaa, shan immoo dubbachiiftuu yommuu ta’an, torba(7) immoo...
Qubee Afaan Oromoo Asii gaditti Qubeen Afaan Oromoo Gurguddaa, Xixiqq fi Lakkoofsota Afaan Oromoo ni baranna. Qubee Gurguddaa, Qubee Xixiqqaa fi Lakkoofsota Qubee Gurguddaa...