Friday, July 19, 2019

Gorsa Fayyaa : DHUKKUBA JUUZAMII(Leprosy) – Dr.Nuredin Luke

Dhukkubni Juuzamii dhukkuba daddarbaa baakteriyaa Mycobacterium Leprea jedhamuun dhufudha. Dhukkuba kanaan wolqabatee hawaasa keenya keessa hubannoo ykn odeeffannoo sirrii hin tahin heddutu jira.

Dhibee Garaachaa Qabduu? – Gorsa Fayyaa

DHIBEE GARAACHAA QABDU? - OBN tu Maxxanse Dhukkubni garaachaa (peptic ulcer disease) qunca’uu garaachaa fi mar’umaan isa gara garaachaatti ol’aanuu irraa kan dhufu. Kunis walmadaaluu dadhabuu asiidii garaachi keenya oomishuu fi wantoota uumamaan hubaatii asiidii kana...

DHUKKUBOOTA JAALALAA

Dhukkuba jaalalaa (waantoota jaalala ykn relation keenya miidhan):- 1. Waantoota xixiqqoo waldiduu. Waantoota xixiqqoo yo waldidan yeroo sanaaf salphaa fakkaata. Fakkeenyaaf… “qodaa kana fuudhii achi kaa’i” jechuun waan yoo jenne kun waan salphaa fakkataa …. “lakki”...

Fayyaa Ija keenyaatiif Nyaata Barbaachisan

Fayyaa ija keenyaf maal soorrannu?Dhibamnee rakkoorra bu'uu keenyan dura waan salphaa naannoo keenyatti argannu sirriitti fayyadamuun fayyaa keenya eeguu dandeenya.Soorata guyyaa guyyaa keenya keessaa waan magariisaa, fudraa fi mudraa osoo dhabuu baannee fayyaa waliigalaa keenyaf ni gorfama.Fayyaa ija keenyaaf vaaytaamin...

Dhibee ka’uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa

DHIIROTA QOFAAF -- Dhibee ka'uu dadhabuu qaama saalaa dhiiraa Qaamni saalaa dhiiraa kan dhaabbatu yoo hormooniin sammuu keessaa gadi lakkifamee ujummoolee dhiigaa qaama saalaa dhiiraa keessatti argaman dhiigaan guutuudhaan dhiibbaa uumudha. Haalli kamillee kan kana dangeessu, qaamni saalaa...

FUNUUNA ykn DHIIGUU FUNYAANII ( nasal bleeding) AKKAMIIN DHAABUU QABNAA?

FUNUUNA ykn DHIIGUU FUNYAANII ( nasal bleeding) AKKAMIIN DHAABUU QABNAA? YEROO BAAY'EE MALIRRAA KA'AA? - - DR GURMEESSAA Funyaan keenya quba gudaa fi quba elemtuu gidduutti jabeessinee qabachuudhaan gara lafee jalatti argamuutti gadi dhiibuu. 2. Gara fuulduraatti xiqqoo...

BILBILAA HARKAA FI MIDHAA INNI QABU (Smart phone is killing you slowly)

BILBILAA HARKAA FI MIDHAA INNI QABU (Smart phone is killing you slowly) Via: Dr. Yona Bilbilli harkaa(mobile) jireenya keenya guyyaa guyyaa kessatti heddu barbachisaa ta'uurra kan ka'e yeroo amma kana daqiiqaa tokkoof of bira dhabuun namoota hedduuf...

Nyaata akkuma nyaanneen wantoota raawwachuu hin qabne – Gorsa

Nyaata akkuma nyaanneen wantoota raawwachuu hin qabne - Gorsa Dr-Naafyaad 1, Shaayii dhuguu hin qabnu.  Akkuma nyaata nyaanneen Shaayii yoo dhugne albuudni ayiranii jedhamu kan nyaata keessatti argamuu kan dhiiga oomishuu keessatti gahee qabuu fi pirootinoonni tokko...

BUNAA FI FAYYAA : – Dr Gurmeessaa

BUNAA FI FAYYAA : - Dr Gurmeessaa Bunna dhuguun faayidaan fayyaaf qabu maali? Dhalli nama buna dhuguu kan eegale jaarraa 15 ffaa dha as akka ta'e ragaan mul'isa. Yeroo ammaa kana akka addunyati bunni dhugaatiiwwan hedduminaan...

Imala irratti Balaqqamuu ykn Hoqqisuu-Motion Sickness: Dr Nuredin Luketin

Imala irratti Balaqqamuu ykn Hoqqisuu-Motion Sickness: Dr Nuredin Luketin Balaqqamni yeroo imalaa deemsa konkolataan, baaburaan, xiyyaraan, doonii fi kkf goonu hunda irratti mul'achu kan danda'u ta'ee imala san xumurre yeroo xiqqoon booda kan dhaabbatudha. Nama lollojessun...
70,865FansLike
277FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,108FollowersFollow
1,041SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are currently 9120 Words(Jechoota) in this directory

Please select a letter from the index (above) to see entries



Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!