Saturday, October 19, 2019

WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN ETHIOPIA

WHY AFAAN OROMO SHOULD BE THE OTHER FEDERAL WORKING LANGUAGE IN ETHIOPIA The Top Twenty Three Reasons

Maqaalee Ji’oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin

Maqaalee Ji'oota Waggaa Itoophiyaa naannolee adda addaa keessatti Afaanota adda addaatiin yommuu waamamu akka armaan gadii kana taha. Afaan Oromootiin Ji'oota SIDAAMU AFFINNI DIRU AGAANA Months in English ወራት in Ge'ez, Amharic, and Tigrinya Afaan Oromo    (Ji’oota) Sidamu Afoo (AGAANA) English  ...

Faaruu Loonii – afaan-oromoo.com

Akka safuufi Seenaa Oromootti Loon kabajaafi jaalala qaba, Kanaaf Faaruun addaa faarfamaaf. Faaruu loonii kana hordofaa

DURBUMMAA( VIRGINITY) – Dr.Hiikaa

Durbummaan waan baay’ee haphii ‘ hymen or thin film of membrane’jedhamu,ulaa afaan qaama saalaa durbaa haguugee kan argamudha. ‘Hymen’ kun haphii waan ta’eef yeroo baay’ee qunnamtii saalaa jalqabaa irratti tarsa’a.

Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii

Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon...

‘Gabbaranii’ fuudhuun kabaja dubartii agarsiisaa?

Gabbaras jedhamu gonfaa, kennaan kun bifa meeshaafi qarshiitiin maatii ishee heerumtuutiif dhiyaata. Gabbarri maali? Gabbarri Oromoo Arsii biraatti bakka guddaa qaba. Dargaggeessi fuudhuu barbaadu tokko maatii intalaaf gabbara fidu malee sirnichi guutudha hin jedhamu. Amma amma garuu...

Sirna Gadaa Ittiin Bulmaata Oromooti:- Abbaa Gadaatiin

Sirna Gadaa ittiin Bulmataa Oromooti....Abbaa Gadaatiin Sirna Gadaa Sirna ittiin bulmataaOromooti. Gadaan jaarmayaa umurii fi dhalootan ijaarame yoo ta'u sirna bulchiinsaa diimokiraatawaadha. Gadaan sirna ittiinsiyaasni,dinagdeeniifi hawaasummaan ummata Oromoo ittiin murteeffamu, kan miseensi sabichaa mirgaa fi dirqama...

IRREESSI MAALI? – Ibsa baldhaafi Faaruu ‘Mareehoo’ Guutummaasaa

BAGA #IRREECHA-2018 geessan irra deebiin - Waa'ee #Irreechaa kana irratti yeroo heddu namootni heddu afaan walfalleessan kanarratti #Hubannoo walii cimsuun barbaachisaadha. Gaaffii IRREESSI/CHI Maali jedhu akka armaan gadiitti ibseera. Irreechi/ssi amantaalee aadaa Oromoo keessatti mul’dhatan...

Akka seenaa Oromootti Safuu, Woyyuu fi Woyyooma

Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni uumama Waaqni uumeedha. uumaan ammoo Waaqa tokkicha. Akka dhugeeffannaa Oromootti, #Safuun seera uumaa umamaa isa jalqabaa yookin ganamaati. Hariiroon uumaa fi uumamaa (lubbuu qabeeyyii fi lubbu dhabeeyyii) gidduu jiru #Safuu jedhama. Uumamni marti Safuu uumaan isaanii kenniteen qajeelfama.

AADAA FUUDHAAFI HEERUMA OROMOOTA ARSII[Ilmaan SikkooMandoo]

  Arsii, Oromiyaa bara 1964 A.L.A Gurraandhala 21, 2016. Akka raasee dhibee mataan kee Akkii baasu dhibee abbaan kee Osho moolle heerumnni hin oollee! Jedha Oromootni Arsii (Baale fi Diida’a) yeroon cidhaaf gaggeessan. Nutiis waa malee mitii kan weeddu kana...
71,285FansLike
478FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,171FollowersFollow
1,120SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are currently 9120 Words(Jechoota) in this directory

Please select a letter from the index (above) to see entries



Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!