Connect with us

Hi, what are you looking for?

Afaan Oromoo

Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa eegalee hanga dhaabbilee barnoota...

Aadaa - Duudhaa

Henni (kaalaandaariin) Oromoo Booranaa kan aadaa fi haala jiruuf jireenya uummata Booranaa waliin walitti hidhama cimaa qabu fi sirna gadaatiif illeen utubaa ta'usaa, qorattoonni...

Aadaa - Duudhaa

Odeeffannoo jiranis deemtee dubbifte. Seenaa daa’imman Oromoo gabrummaaf gurguramanii. Ijoolleen kunniin eessa turan? Garam dhaqan? Horteen isaanii jiruu?… Egaa akkasiin seenaan ijoollee kanaa himamuu...

Aadaa - Duudhaa

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan...

More Posts
Advertisement

Facebook