Hi, what are you looking for?
Akka safuufi Seenaa Oromootti Loon kabajaafi jaalala qaba, Kanaaf Faaruun addaa faarfamaaf. Faaruu loonii kana hordofaa
Geerarsa Oromoo Geerarsi dhaadannoo namoonni dhaadatan,akeeka jiruufi jireenyaaf qaban kan ittiin agarsiisan, gootummaa hojiiisaaniirratti qaban kanittiin beeksifatan, hawwii fuuladuraa kan ittiin ibsataniifi malleen ittiin...