Aadaa - Duudhaa
Make Afaan Oromo legally and unconditionally the working language of the federal government of Ethiopia and the two largest cities of Addis Ababa and...
Hi, what are you looking for?
Odeeffannoo jiranis deemtee dubbifte. Seenaa daa’imman Oromoo gabrummaaf gurguramanii. Ijoolleen kunniin eessa turan? Garam dhaqan? Horteen isaanii jiruu?… Egaa akkasiin seenaan ijoollee kanaa himamuu...
Gabbaras jedhamu gonfaa, kennaan kun bifa meeshaafi qarshiitiin maatii ishee heerumtuutiif dhiyaata. Gabbarri maali? Gabbarri Oromoo Arsii biraatti bakka guddaa qaba. Dargaggeessi fuudhuu barbaadu...
Akka safuufi Seenaa Oromootti Loon kabajaafi jaalala qaba, Kanaaf Faaruun addaa faarfamaaf. Faaruu loonii kana hordofaa
Make Afaan Oromo legally and unconditionally the working language of the federal government of Ethiopia and the two largest cities of Addis Ababa and...
There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its business in Afaan Oromo!
Durbummaan waan baay’ee haphii ‘ hymen or thin film of membrane’jedhamu,ulaa afaan qaama saalaa durbaa haguugee kan argamudha. ‘Hymen’ kun haphii waan ta’eef yeroo...
Afaan Oromoo osoo Abbaa itti gaafatamummaan irratti hojjatu qabaatee Addunyaarraatti Afaanota Gurguddoo keessaa Sadarkaa 20ffaa argata ture, Guddina Afaan Oromoo kan quucarse Mootummaa Naannoo...
****DUBARTOOTA GAA’ELA QABAN QOFAAF**** Walqunnaamtii Saalaatti Gammaduu Dadhabuu Dubartootaa. (Female Orgasm Dysfunction) Dubartiin tokko rakkoo armaan olii kana qabdi jechuudhaaf: Walqunnaamtii saalaa abbaa manaa...
DHIBEE GARAACHAA QABDU? – OBN tu Maxxanse Dhukkubni garaachaa (peptic ulcer disease) qunca’uu garaachaa fi mar’umaan isa gara garaachaatti ol’aanuu irraa kan dhufu. Kunis...
Dargaggoonni hedduun, keessattuu kanneen kubbaa miilaa jaalatan Emaanuel Eebooyee ni wallaalu jedhee hin yaadu. Eebooyen dhalataa Ardii Adeikaa lammii Kotdivuwaar yommuu ta’u biyya isaa...