Wednesday, January 22, 2020

Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed, K-1ffaa.

Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta'an, dhibbeentaan 10 hafe immoo...

Ijoollee Abdii: Seenaa imala ijoollee Oromoo gurguramanii Itoophiyaa haga Afriikaa Kibbaatti

Odeeffannoo jiranis deemtee dubbifte. Seenaa daa'imman Oromoo gabrummaaf gurguramanii. Ijoolleen kunniin eessa turan? Garam dhaqan? Horteen isaanii jiruu?... Egaa akkasiin seenaan ijoollee kanaa himamuu kan eegale. ALA 1888 fi 1889tti humni galaanarraa Biriteen, doonii waraanaa...

Obbo Ibsaa Guutamaa: Yeroo cehumsaa Afaan Oromootiin akka baratamuuf quuqamaan hojjenne

Yeroo mootummaa cehumsaatti Ministira Barnootaa ta'uudhaan kan tajaajilan Obbo Ibsaa Guutamaa turtii BBC'n akkaataa Jalqabbii barnoota Afaan Oromoofi dhimmoota hedduu biroorratti taasise kunooti.

Seenaa Gabaabaafi Kitaabota Gaaz.fi Barreessaa Tasfaayee[Gadaa] Gabra’aab(Burqaa Zimmitaa) buufadhaa dubbisaa

Qabsoon Waraana barreeffamaatiin adeemsifamu waan yaalloo akka hin taane beekuun barbaachisaadha. Barreessitootni kitaabasaanii keessatti waan taajjabbii, mudannoo jireenyaafi dhoksaa garaa isaanii ilaalcha siyaasa hawaasa tokkoo quuqamoo ta'anii waan garaatti ulfaa'an ittansuu fi ciniinsifannaa guddaadhaan...

Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa

Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata Oromoo giddugaleeffachuudhaan. Yeroma jalqabu barreeffamoota dhedheeraa Aariifi Xiiqiin guuttame mootummaa irratti, akkasumas Qeeqa hanqinnootaafi Rakkoolee...

Kitaaba SIRNA ABBAA-IRREETIRRAA GARA DIMOKRAASII Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu kan Obbo Jawar Mohammed, Yaya...

Kitaaba SIRNA ABBAA-IRREETIRRAA GARA DIMOKRAASII Wixina Qabsoo Bilisummaatiif Malu kan Obbo Jawar Mohammed, Yaya Beshir fi Dr.Abduselam Hiikkame

Ilma Hayyuu umrii daa’imummaatiin hojii gurguddaa hanga Muummee Ministeeraatti hojjateen walbaraa

Seenaa Jireenyaa Gabaabaa fi Bu'aa bayii yeroo adda addaa kan Muummee Ministeera Itoophiyaa Dr.Abiy Ahimad Alii

There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its...

There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its business in Afaan Oromo!

Seenaa Gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo Sheek Bakrii Saphaloo

Seenaa gabaabaa Hayyuu Afaan Oromoo kan ta'an Sheek Bakrii Saphaloo
71,398DinqisiifattootaJaaladhu
571HordoftootaHordofi
521,482HordoftootaHordofi
1,371HordoftootaHordofi
2,530MiseensotaMiseensa ta'i

Maxxansaalee haaraa

There are currently 9120 Words(Jechoota) in this directory

Please select a letter from the index (above) to see entries



Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!