Saturday, October 19, 2019

Dubartoota Oromoofi Kabaja Siinqee Sirna Gadaa Keessatti

Duri waraanni Oromoo dubartoota Siinqee qabatan irraa osoo eebba hin fudhatin waraanaaf hin bahu ture, kunimmoo kabaja Oromoon Dubartiifi Siinqeef qabu ibsa

Afaan Oromoo: ‘Giddu-galeessi to’atu tokko ni barbaachisa’

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee dhiyeenya kana, manneen barnootaa magaalattii keessa jiran keessa Afaan Oromoo akka afaan barnootaa dabalataa akka tahuuf murteesseera. Kallacha tokkummaa hundee bilisummaa Afaan Oromoo hundee Oromummaa Galma aadaa keenyaa Eegaa seenaa keenya Afaan Oromoo… jechuudhaan Artist...

Haalli yeroo ammaa naannoo Arsii jiru Gabbara moo Daldala: Abdiisaa Bancaatiin

  Haalli yeroo ammaa naannoo Arsii jiru Gabbara moo Daldala: Abdiisaa Bancaatiin(hubannoof-qofa) Haalli Naannoo keenyatti ta'aa jiru #Gabbara Moo#Daldala ******************************* Abdisa Bencha Jaratiin~~~~~~~Hubannoodhaaf qofa ~Abbaan, intalli koo digrii xumurtee jirti, Gabbara 100,000 fidi, ~Gurbaan mucayyoo sana fuudhuu hedu Ameerikaa jiraata, Gabbara 150,000...

Oromoo Ormaa: ”Yeroon Oromoon itti tokkoomu gaheera”

Dhiheenya BBC Afaan Oromoon, Oromoota Keeniyaa bulchiinsa Taanaa Riivar yookiin 'Taanaa Rivar Kaawuntii' jedhamu keessa jiraatan waliin turtii taasiseera. Gaaffiilee ummanni Oromoo kunneenis attamiin gara kana dhufan? Bara meeqa asi jiraatanii fi eessa irraa ka'an?...

10 Reasons why Afaan Oromo should be a federal working language – Sababoota 10...

Make Afaan Oromo legally and unconditionally the working language of the federal government of Ethiopia and the two largest cities of Addis Ababa and Dire Dawa. Afaan Oromo, the language of the Oromo people, is the single most widely spoken language in Ethiopia and the fourth largest African language in terms of the number and size of speakers.

Leenjii Ogeessota Maxxansa Toorarraafi Qeeqa Maxxansa Toorarraa Biyya Keenyatti

'Google niyyuu kan isin jaallatu yoo namni hojii keessan jaallate qofa'. - Dubbisaa Barreessitoota keenyaan gahaa.

Brief History of Afaan Oromoo and Qubee Afaan Oromoo – Afaan Oromoo

Afaan Oromo is the 3rd most spoken of African’s languages next to Kiswahili and Hausa.Brief History of Afaan Oromoo and Qubee Afaan Oromoo

There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its...

There is no law or policy that prohibits the Federal Government from conducting its business in Afaan Oromo!

Seenaa Gabaabaafi Kitaabota Gaaz.fi Barreessaa Tasfaayee[Gadaa] Gabra’aab(Burqaa Zimmitaa) buufadhaa dubbisaa

Qabsoon Waraana barreeffamaatiin adeemsifamu waan yaalloo akka hin taane beekuun barbaachisaadha. Barreessitootni kitaabasaanii keessatti waan taajjabbii, mudannoo jireenyaafi dhoksaa garaa isaanii ilaalcha siyaasa hawaasa tokkoo quuqamoo ta'anii waan garaatti ulfaa'an ittansuu fi ciniinsifannaa guddaadhaan...

Afaan Oromoo: Barannoo Tokko

Afaan Oromoo: Barannoo 1 - Seenaa Guddina Afaan Oromoo  : B/sa Fedhasaa Taaddasaatiin Maxxansa darbe keessatti mataduree “Afaan Oromoo” jedhuun gaaffii 2 isin gaafadheen ture. Baayyeen keessanis deebii gadi fagoo deebisuuf yaaltanii jirtu. Ulfaadhaa! Gaaffileen kun 1....
71,285FansLike
478FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,171FollowersFollow
1,120SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are currently 9120 Words(Jechoota) in this directory

Please select a letter from the index (above) to see entries



Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!