Hi, what are you looking for?
Dhiheenya BBC Afaan Oromoon, Oromoota Keeniyaa bulchiinsa Taanaa Riivar yookiin ‘Taanaa Rivar Kaawuntii’ jedhamu keessa jiraatan waliin turtii taasiseera. Gaaffiilee ummanni Oromoo kunneenis attamiin...
Ummata gurraacha kuush keessaa ammoo Ummanni oromoo safuu Uumamaa fi Uumee isaatiif Eeguudhaan kan dhalootaa dhalootatti dabarsuudhaan asiin gaheedha. Uumamaa fi Uumee yoo jennu:-Uumamni...
Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan...