Tuesday, April 23, 2019

Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa

Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata Oromoo giddugaleeffachuudhaan. Yeroma jalqabu barreeffamoota dhedheeraa Aariifi Xiiqiin guuttame mootummaa irratti, akkasumas Qeeqa hanqinnootaafi Rakkoolee...

Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed, K-1ffaa.

Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta'an, dhibbeentaan 10 hafe immoo...

Seenaa Obbo Xulaa Dubee: Demeka Beka Bude tiin

Seenaa Obbo Xulaa Dubee: Demeka Beka Bude tiin Obboo Xulaa Dubee, godina Gujii naannoo magaalaa Nageelleetti dhalate. Obbo Xulaa Duubee, nama umurii dheeraati, yeroo ammaa kana umuriin isaanii waggaa 104;yoo ta'uu qabsoo Oromoo bara dheeraa...
61,046FansLike
180FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,062FollowersFollow
979SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 49 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter Q.
Q

qachaachaa
ni

qanchoradha
ratta; risa rifta or richa

qarree
ni;

qashihi'aa
ni

qerebduu
ni

qocaa
ni

qoocoo
ni (Amh.)

qooda
qoodda

qooqa
qooxxa; qooqaha qoofta; akkaara rta; jiila, jiilta

qooqaqooxxa
qooqahaqoofta; agaaba bda

qorichoo
ni; (small boy) dhungitii ni; quxuu ni; geebaa ni

qorii
ni

qu'a
quuta; qurta tita

quail n.
cuuquruu ni; n. gororii ni; caaqarrii ni; qirqicii ni;

quandry n.
wajaga i; be in a v. wajaga jadda;

quantity n.
haga i; raphtaa ni

quarrel n.
waraana i; weeraa ni (Amh.); falamaa ni; lolla lolta; lolla i;

quarrelsome n.
araadda i

quarrelsome person n.
makharticha i; lollee ni

quarter
kurmaana

quarter birr
simunii

quartet n.
abraanuu

quaver (in speech) v.
loqoda qodda

queen
giiftii

query
gaafataa

quest
barbaacha, soqaa

question
gaffii, qora

question mark
mallattoo gaafii

question v.
morma mita; n. dubbii ni

questions and answers
gaaffiifi deebii (G&D)

queue
hiriira

queue up v.
coroora rta; n. oroofaa ni

quick (adv.)
burunto (Ital.); dafi (Amh.); hurrisi; hure

Quick View
mil'uu

quickly, soon
battaluma, dafee

quiet
callisaa, callistuu

quiet, be v.
waada waadda

quiet, remain v.
callisa lifta

quiet!
mureefadhaa!

quintal n.
kintaala i

quintet n.
shananu

quit
dhiisi

quit signal
asattoo dhiisii

quit v.
lakkisa kifta

quite (adv.)
uma (suffix)

quotation mark
mallattoo waraabbii

qusadha
satta

qutisuu
ni


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!