Tuesday, April 23, 2019

Hojii Imala Xiinxala Siyaasaafi Aktiivistummaa Obbo Jawar Mohaammed Kutaa – 2ffaa

Jawar Mohammed akka Xiinxalaafi Kakaasatti Jawar Ilaalcha siyaasaa isaafi waan itti fakkaate Biyya Itoopiyaarratti xiyyeeffatee adeemsa eegale, keessattuu Siyaasa Ummata Oromoo giddugaleeffachuudhaan. Yeroma jalqabu barreeffamoota dhedheeraa Aariifi Xiiqiin guuttame mootummaa irratti, akkasumas Qeeqa hanqinnootaafi Rakkoolee...

Seenaa Gabaabaa Xiinxalaa Siyaasaa fi Hoogganaa olaanaa OMN obbo Jawar Mohammed, K-1ffaa.

Jawar Mohammed kan dhalate bara 1985A.L.A Godina Arsii gara Daangaa Harargeedhaan waldaangessu magaalaa xiqqoo Dhummuugaa jedhamtutti dhalate. Naannoo Dhummuugaa kan jiraatu ummanni gara dhibbeentaa 90(90%) hordoftoota Amantii Musliimaa yommuu ta'an, dhibbeentaan 10 hafe immoo...

Seenaa Obbo Xulaa Dubee: Demeka Beka Bude tiin

Seenaa Obbo Xulaa Dubee: Demeka Beka Bude tiin Obboo Xulaa Dubee, godina Gujii naannoo magaalaa Nageelleetti dhalate. Obbo Xulaa Duubee, nama umurii dheeraati, yeroo ammaa kana umuriin isaanii waggaa 104;yoo ta'uu qabsoo Oromoo bara dheeraa...
61,046FansLike
180FollowersFollow
521,482FollowersFollow
1,062FollowersFollow
979SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

There are 38 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter Y.
Y Value
gatii Y

yakka
kita

yam
goodarree

yawn v.
amommadha matta ^K

year
waggaa, bara, ganna

year n.
waggaa ni; ganna; bara i; (the past year) barana ^

years
waggaawwan

yellow
booraa, keelloo

yellow (adj.)
birtee

yes
eeyee, ee

Yes To All
hundaaf yaa

yes!
ee'ee

yesterday
kaleessa

yesterday n.
kale; kaleesa ni

yet
hanga ammaatti, ammallee

yet (adv. + conj.)
ammalle

yield
oomisha, horata, callaa, atootota

yield, product
callaa

yogurt
itittuu

you (pl., obj.)
isini

you (pl., subj.)
isin

you (pron.)
isan; (voc.) isii; si; atini; sii (dative); siini (ablative)

you (sing., obj.)
si, si'i

you (sing., subj.)
ati

young
laccee

young (animals/children) n.
lammacha i; lammootta i

young (thing) n.
cuqaa ni

young n.
ilmee ni

youngster n.
agooroo ni; of animals or small children), (ijoollee agooro(

youngsters n.
yarsuma i

your
(possessive pron.) keessani, teessani; (sing.) kanke, tante; keeti, teet

your (pron.)
kanke, tante, ke, te

your, yours (pl.)
keessan, keessani

your, yours (sing.)
kee

yourself (pron.)
ufi

youth n.
ka'ima i; yarsuma i

yuuba, gadaamoojjii

yuukha
yuutta


Submit a Word(Jecha)
error: Content is protected !!