Hiikkaa Halluu Alaabaa Oromoo kan Sirna Gadaa – Gurraa-Diimaa-Adii

Alaabaan sirna Gadaa halluu (bifa) fi hiikaa mataasaa qaba. Halluun alaabichaas tartiibaan Gurraacha, Diimaa fi Adiidha. Hiikawwan buufata halluu alaabaa A. Hiikni buufata halluu #Gurraacha: Olaantummaa Waaqati. Oromoon Waaqni gurraacha jedheeti amana. Huurriin bokkaa qabu guraacha, qaroon...

Maqaa Gosoota Oromoo ARSII-[Ilmaan SikkooMandoo]

Oromoon qulqulluun gosa hin qabne hin jirtu. Oromoo biratti gosa ofii Wallaaluun salphina. Seera Sirna gadaatiin namni Oromoo tokko gosa, balbalaa fi hamma abba torbaatti lakkaa'uu qaba. Hub:- Gosa ofii beekuun gosaan wal qooduu miti....

AADAA FUUDHAAFI HEERUMA OROMOOTA ARSII[Ilmaan SikkooMandoo]

  Arsii, Oromiyaa bara 1964 A.L.A Gurraandhala 21, 2016. Akka raasee dhibee mataan kee Akkii baasu dhibee abbaan kee Osho moolle heerumnni hin oollee! Jedha Oromootni Arsii (Baale fi Diida’a) yeroon cidhaaf gaggeessan. Nutiis waa malee mitii kan weeddu kana...

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo

Odaa fi Sirna Gadaa Oromoo ==========//============ Ummatni Oromoo hortee latiinsa hidda kuush keessaa isa guddaa fi Baha Afrikaatti ummata baldhina qabu yoo ta’u waggoota kumaatama dura sirna gadaatiin buluu kan jalqabeefi karaa nageenyaatiin lafa quubsumaa, dheedaa...

Dhaha ykn Kalaandarii Oromoo fi Simannaa Bara Haaraa Oromoo biratti guyyaa 11 booda.

Dhaha jechuun guyyoottan baatii keessatti argaman jechuudha. Dhaha (Calendar) jechuun faana buutuu Gadaa Oromoo jechuudha. Oromoon yoo bara lakkaayu akka biyyoota biroo Aduu dhiitee bariitu qofa irratti hundaa’a osoo hin taane sochii Ji'aa(baatii) fi Urjii...

What is Gada? Is it System or Institutions or Culturally Practiced Concepts?

Gadaa is a broad concept, a system that consists a number of institutions, concepts, values and knowledge in it. By Gemechu Kedir Oromo elites, Abba Gadaa (father of Gadaa), historians most often say that it is...

Seenaa Baay’ee Garaa Nama Nyaatu – Taphataa Kubbaa miilaa Imaanuel Eboyee

Dargaggoonni hedduun, keessattuu kanneen kubbaa miilaa jaalatan Emaanuel Eebooyee ni wallaalu jedhee hin yaadu. Eebooyen dhalataa Ardii Adeikaa lammii Kotdivuwaar yommuu ta’u biyya isaa dabalatee Primiyeer Liigii Ingiliz keessatti yeroo hedduuf garee jaalatamaa ta’e...

Waa’ee Oromoota Goojjam Beektuu Laata – B/Aadaaf Turizimii Oromiyaatiin

Waa’ee Oromoota Goojjam kana beektuu laataa? Yeroo ammaa Lafti Goojjaam jedhamee waamamu dur durii irra jireessaan Oromootatu irra qubatee jira. Yeroo booda garuu, dhiibbaa mootota adda addaatiin saboonni adda addaa gara kana dhufanii akka qabatan...

Xalayaa Jaalalaa – Xalayaa nama Boochisu

KUTAAN DHUMAA KUN YOO ISIN HIN BOOCHISIN DHUGUMA GARAA JABAATTU ISIN Maqaan koo abdii jedhama biyya sweden jiraadha  Wanta nama aja'ibu yeroo hundumaa kan waa naaf fidee dhufu isheedha ani guyya takka dogogore waa isheedhaf qabadhe...

Maqaalee Oromoo Babbareedaa

Maqaalee Oromoo Babbareedaa Yeroo ammaa ummanni Oromoo Ilmaan isaatiif maqaalee Babbareedoo safuufi Aadaa Sabichaa ibsuufi agarsiisuu danda'u filatee moggaafataa jira. Mee maqaalee kanneen keessaa muraasa asiin gaditti maxxansineerra, isinitti itti dabalaa.   A Aagaa, Aagituu, Aannanee, Abbayaa, Abboomaa,...
59,393FansLike
155FollowersFollow
158FollowersFollow
1,043FollowersFollow
0SubscribersSubscribe

Maxxansaalee haaraa

Maxxansaalee Barbaachisoo

error: Content is protected !!