Hayyoota Afaan Oromoo

Sheek Bakrii Saphaaloo

3. Sheek Bakrii Saphaaloo
Maqaa maatiin isaa baasaniif Abuubakar Usmaan odaati, maqaan ittiin beekkamu sheek bakrii saphalooti.
Maatii isaa irraa bara 1895 ti, oromiyaa, kutaa harargee, aanaa gooroo guutuu,
ganda saphaloo ja’amu keessatti haadha isaati fi abbaa isaa garaad usmaan odaa irraa dhalaatee,
Maqaan isaa Saphaloo jedhu kuniis maqaa iddoo dhaloota isaarraa kan itti moggaafame tahuu isaati.

 

Seenaa Gabaabaa Sheek Bakrii Saphlaaloo

SHEEK BAKRII SAPHALOO

 

 

 

 

 

Hayilee Fidaa 2. Dr.Hayilee Fidaa
Dr.Hayileen guddina Afaan Oromootiif gahee guddaa kan bahaniifi Hayyuduree Seenaa Afaan Oromoo fi Sabni
Oromoo Afaan isaatiin akka dubbatu, dubbisu fi barreessuufi gumaachaa olaanaa taphataniiru.

Seenaa Dr Hayilee Fidaa

Gahee Dr Hayilee Fidaa Taphatan-English

 

 

Dr Mohaammad Rashaad Abdullee 3. Dr Sheek Mohaammad Rashaad Abdullee
Qubeen Afaan Oromoo Soddomii sadi(33), isaan keessaa digdamii tokko dubbifamaa shan immoo
dubbachiiftuu yommuu ta’an, torba(7) immoo Qubee Dachaa/Cimdii dha.

Seenaa Dr. Mohaammad Rashaad Abdullee

Seenaa Barreefama Afaan Oromootiifi Shoora Dr Mahammad Rashaad