Marsariitii AFAAN OROMOO

Tartiiba Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo – on Beta Version and Google Crowdsource

#AfaanOromoo Gugilii irratti tajaajila kennuu Eegale. Hiikkaan Afaan Oromoo gara Sadarkaa olaanu(Beta Translate) ce'eera. kanaanis Jechoota English galchinee Afaan Oromootti ...

SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO – Kutaa-2ffaa

A) SAGALEE DHEER’AA FI GABAABAA
DUBBACHIIFTUU
Gabaabduu’: A(a),E(e),I(i),O(o),U(u)
Dheertuu’: AA(aa),EE(ee),II(ii),OO(oo),UU(uu) Hudhaa (’) :Hudhaan jecha tokko dubbachuuf hafuurri somba keessaa bahuuf ...

SEERA SAGALEE FI QUBEE AFAAN OROMOO

Qubeen afaan kamiituu mallattoo sagalee afaanichaati. Afaanota heddu addunyaa tana keessatti dubbataman ka itti fayyadaman qubee Laatiniiti.Qubeewwan afaan Oromootis qubeewwan ...

Seerluga | Afaan Oromoo keessatti ittifayyadama maxxantootaa fi Xumurtuu

Afaan Oromoo erga ifatti afaan hojiifi barnootaa ta’ee tajaajiluu eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Barumsi afaanichaa ammaan tana caasaalee barnootaa sadarkaa gadiirraa ...