Marsariitii AFAAN OROMOO

Kaalaandarii Oromoo maaltuu kaaniin adda taasisaa?

Kaalaandarri Oromoo guyyaa fi ji'a lakkaa'uun alatti seenaa uummamaa fi wal duraa duuba uumama waaqaa of keessatti qabata jedhu Obbo ...

Ijoollee Abdii: Seenaa imala ijoollee Oromoo gurguramanii Itoophiyaa haga Afriikaa Kibbaatti

Odeeffannoo jiranis deemtee dubbifte. Seenaa daa'imman Oromoo gabrummaaf gurguramanii. Ijoolleen kunniin eessa turan? Garam dhaqan? Horteen isaanii jiruu?... Egaa akkasiin ...

‘Gabbaranii’ fuudhuun kabaja dubartii agarsiisaa?

Gabbaras jedhamu gonfaa, kennaan kun bifa meeshaafi qarshiitiin maatii ishee heerumtuutiif dhiyaata. Gabbarri maali? Gabbarri Oromoo Arsii biraatti bakka guddaa ...

Faaruu Loonii – afaan-oromoo.com

yaa Loonihoo
yaa loonihoo
yaa loonihoo
nagayaan oolihoo
Loontu maal hin taane
waan loonii maaltu badaa ta’ee Yaa ...