Home Tags Gorsa Fayyaa

Tag: Gorsa Fayyaa

No posts to display

Maxxansaalee haaraa

There are currently 542 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter B.
B

B-size paper
waraqaa hanga -B

B-size printer
maxxansa hanga -B

baatirii harkaa, tirigii - flashlight
1. ibsaa kaameeraa suuraa (footoo)

babble v.
batatisa tifta; hofomfoladha latta; n. bakobarakoo ni

baboon n.
jaldeessa i

baby
daa'ima

baby n.
cuqaa ni; daima i

bachelor n.
qeeroo ni

bachelorhood n.
qeerumaa ni

back
duuba

back (of person) n.
dudda i; (middle of...) habrattaa ni; dubatta ni

back of house
boroo

back up
dilbeessi

backbiting n.
hammachaa ni

backbone
dugugguruu, lafee dugdaa

backbone n
dugunguruu ni

backend
duubxumura

Background
duubbee

background color
halluu duubbee

background printing
maxxansa duubbee

Background processes group
garee hujii duubbee

background program
sagantaa duubee

backlighting
ifduubaa

backlit display
agarsiisaa ifduubaa

backplane
gabaadhaa(gabatee+haada)

backside (of something) n.
duddaduuba i; duddaduuboo ni

backslash
haxaarroo

backslash.........?
haxarroo

BACKSPACE key
furtuu DUUBXOOLA

Backup
dilbii

backup copy
jalteenya dilbii

backup file
faayilii dilbii

backup operator
ogajjii dilbeessaa

backup procedure
adeemsa dilbii

backup program
sagantaa dilbii

backup set
tuuta dilbii

backup set catalog
galaallee tuuta dilbii

backup types
akaakota dilbii

backup utility
fayyadama dilbii

backward
duubatti

backward chaining
caancaleessa

backward compatible
miiltoo duraaduubaa

backward search
barbaacha garduubaa

bad
gadhee

bad (adj.)
hammaa, hamtuu, hammo; (something) n. sababba i

bad character n.
baddeesa i

bad luck n.
marqa i; marqitii ni

bad mood n.
bagoo ni

badger n.
hammaa ni

badly
akka hamaa, haala gadheedhaan

bag
boorsaa, daduu, marraa, subba

baggy, be v.
shoboka'a koofta

bakaakaa
ni; birradha ratta; naasuu ni; rifachaa ni; sodaa ni; umna i;

bake v.
wadda waddita

bald (adj.)
molu; be v. moolawa loofta;

ball
kuphaa, kubba

ball bat
arfii raajeffannoo

ball n.
kwaasii ni

balloon
afuuffee

bamboo
leemmana, leemoo

banana
muuzii

banana n.
muuzii ni (Amh.)

band
baandii

band character
arfii baandii

band n.
maceera i

bandit n.
sargoo ni; shiftaa ni

bandwidth
bal'ina baandii

bangles n.
qilqilee ni

bank switching
jijjiirraa kuusaa

banner
faajjii

banner.............
faajjii

baptism n.
battisoo ni (Swa., Eng.)

baptize v.
battisa tifta

bar
kabala

bar chart
taattoo kabalaa

bar code
lakkaddaa kabalaa

bar v.
danqara rta (close with a bar/pole)

bar..................
kabala

barbecue v.
waxala ta

barcode reader
dubbistuu lakkaddaa kabalaa

bare (adj.)
qullaa; sulla

bare one's teeth v.
qiida qiidda; n. qiidaa ni; qiidee ni

bare, be v.
qullawa loofta

barely
maqaadhaaf

bark ( of tree) n.
qunchee ni

bark and chatter (of baboons) v.
bokisa kifta

barley
garbbu

barley n.
garbuu ni

barrel n.
barmeela i' barmeena i (Swa.); fuustaa ni; fuutaa ni (Ital.)

barren (animal) n.
harkuu ni

barren (woman) n.
masseena i

barren, be v.
barbadda'a doofta

barren, place without water, hard soil n.
adaala i

barricade n.
meerii ni; v. mereessaa sita; (build a barricade)

barrier n.
galloo ni; ittisaa ni

barsiima (adv.); guula
lta; qiriba bda; waakadha katta

barter v.
jijjira rta; gurgura rta

base band
baandii bu‹??uuraa

base font
bocquu bu‹??uuraa

baseline
sarjala

basic
ambiiroo, yayyaba

basic input/output system (bios)
sirna bu'uura naqa/baha (sbn/b)

basin n.
gabatee ni (Amh.); saafa i

basket n.
dambishii ni

basketball
kuphaa kaachoo

bat (animal)
lillixa, simbira halkanii, duduba

bat n.
raaree ni

bathroom
kutaa dhiqannaa

battery
baatirii, tiriika

battery pack
qarqaba baatirii

baud
baawudii

baud rate
saffisa baawudii

bawl v.
carrisa rifta

BCC
jalteenya iccitii (JI)

be
qaawa qoofta

Be Right Back
afachu

be v.
ceeka'a koofta; koomadha matta

be well v.
tola tolta

bead n.
immuu ni; maka'ii

beak n.
afaan

bean
baaqelaa

bean, n.
baqilaa ni (Amh.); halquuqaa ni

bear v.
baadha baata; dhala lta; obsa obsita

bear witness v.
dhugeessa sita

beard n.
areedda I

beard, mustache
areeda

beast of burden n.
geejiba i

beat v.
buburusa sita; babatisa tifta; batisa tifta; dana dofta; dhaana nta

beating n.
dha'icha i

beautiful
xuurumbullee, bareedduu, miidhagduu

beautiful (adj.)
bareeda; midadu; midhaaga midhaaddu; midhaago

beauty n.
baredumaa ni; midaguuma ti

because
sababinsa, sababiin isaa

because (conj.)
qooda+fi

become light v.
bari'a barita

become v.
ba'a baata; ta'a taata

bed
siree

bed n.
siriira i (Gabra); sirree ni; weeluu ni

bedbug
bacoo

bedbug n.
kitiyaa ni

bedroom
kutaa rafiitii, kutaa siree, kutaa ciisichaa

bedroom n.
dhiibuu ni

bedsheet n.
buluu; ansolaa (Amh.)

bee
kanniisa

bee n.
rassaa ni; waabee ni

beehive n.
gagura ti

beep
phiiph

beer
biiraa

beer n.
biiraa ni; (honey beer) daadhii; bordee ni (Amh.); farsoo

beet
huunde diima, dindaa

beetle n.
bombii ni (especially dung beetle)

Before
dura

before (prep.)
qara; adoo, atoo

before that
sanaan dura

beforeƒ??
otuun/osoonƒ??dura

beg v.
gunadha natta; waakha waatta

beget v.
dhala lta

beggar
kadhataa, kadhattuu

begin v.
jala qaba qabda

beginner
bartuu

beginning n.
hunda; idda; sarii ni (Amh.); qabaa ni; qabiisa i ; yayyaba i

behavior n.
addaba i

behavior, trait
amala

behind
booda, duuba

behind (prep.)
duuba

beige (adj.)
magaala

belch n.
de'uu ni

belief
amantaa, amantii

belief n.
dhugeefachaa ni

believe v.
amana nta, dhugefadha fatta

belittle v.
cunqursa sita; sambaaba bda

Bell
bilbila

bell (wooden) n.
kokee ni; haafaloo ni

bellow v.
barooda rootta; n. barooduu ni; gooha goota; oa oota;

bellowing n.
marra i; marritii ni; marrachaa ni; marraareeba i

bellows n.
buufaa ni

belly (large) n.
borcii ni

belonging to
tamuu (fern.); kamuu (masc.)

belongings, wealth
qabeenyaa

below
jalatti, gad

below (prep.)
gadi; ga; Jala; jalaa

belt
qabatto, saqqii

belt n.
gurdaa ni; mishibii ni; qabatoo ni

bench n.
marchumaa ni; barchumaa ni

benchmark
irkataa

benchmark program
sagantaa irkataa

bend (downwards) v.
cilaqaha qoofta

bend n.
daba i; meeluu ni; mookoo ni; qonyee ni; v. qonyisa nyifta;

beneficial (thing) n.
olaanicha i

bent v.
qonyadha yaata; dhamooqa mooxxa; meeladha latta;

berry
goraa

beside
maddii

Best Fit
unaa

beta test
yaalii beetaa

beta version
oomishaalii

better, be v.
gooma mta

better, best, most
daran

between
jidduu

between (prep.)
hiddu; jiddu

beverage, drink
dhugaatii

beyond (in number) (prep.)
afaan

bi-directional language
afaan garlamee

Bible
Macaafa Qulqulluu

bibliographic retrieval service
tajaajila kebaafata wabeeffannoo

bicycle
biskileeta

big (adj.)
guddaa, guddoo, guddoo

big (something) n.
kuma i

big, large
guddaa

bigmouth n.
falqa i

biifa
fta; bilbila lta; fifita tta; firfirsa sita; tiifa fta

billing
kanfaltii

billow v.
bokora rta

bin
lamee

binary
lamee

binary coded decimal (BCD)
kurnyee lameen lakkaddaaye (KLL)

binary compatible
lameen walta'oo

binary file
faayila lamee

binary numbers
laklamee

bind v.
duudha ta; hidha hiita

binoculars
naaduraa

bird
simbira

bird n.
simpirree ni; (tick bird) cirri ni

birr n.
birrii ni (Amh.) Ethiopian currency

birth n.
da'isa i; v. dhala lta

birth, give v.
da'a deeta; dhala lta; dibimbira rta

birthday
guyya dhalota

biscuit
biskuuti

biscuit n.
biskutii ni (Ital.)

bishops weed
sunqoo adii

bit
laklamee

bit n.
cophaa ni; saara i; boocha i (a small amount of something)

bite v.
ciniina nta; nyaadha nyaata

bitmap
suurxiqqoo

bits per second (bps)
laklameelee sakoonditti(ls)

bits, small pieces n.
billee ni; bit (little) n. fooqoo ni

bits.......................
laklamee

bitter
hadhaa

bitter, be v.
haddhawa dhoofta

bitter/poisonous n.
boraara i

black
gurraacha, gurraattii

black (adj.)
guraacha,guraatti,guraalle

black cumin
sunqoo gurracha

black hole
qaawwa duwwaa

black pepper
qundo barbbaarree

black-and-white
gurraachaafi adii

blackboard
gabatee gurraacha

blackleg n.
harkaa ni

blacksmith n.
tumtuu ni

bladder n.
afuffaa ni

blade (of spear) n.
baliyoo ni

blank
duwwaa, qullaa

blank space
iddoo duwwaa

blanket
banjaa, baanaa, awusaa, birdlibsii

blanket n.
barangeeda (Swa.); birdilipsii ni (Amh.); badoo ni

blaze v.
balalia lita

bleat v.
obobsa ita

bleating n.
marra i; marritii ni; marrachaa ni

bleeding n.
iddanaa ni

blessed (adj.)
badhaadha, badhaatu, badhaadha

blessed folder
ukaankaa faasirbaa (ukaankaa faayilii sirnaa fe'e barbaacha)

blessing
faasirbuu

blessing n.
eeba eebbiti; baraka i (Amh.); ayaana

blessing, graduation
eebba

blind person n.
ballaa ni

blind, be v.
jaama mta

blindness n.
ballooma i

blink v.
liphisa phifta; qisa qicca

blister v.
buqacha'a choofta; risa rifta or richa

bloat n.
daraboota I ( of cattle )

bloated (adj.)
raba

block
garee

block (cement)n.
blokeetii ni (Eng.)

block letter
qubee guddaa

block move
sochii garee

block operation
dalaga garee

block protection
hayyisa garee

block size
hammaamtaa garee

block..............?
saamsi

blockage n.
ittisaa ni

blond (adj.)
culluu

blood
dhiga

blood n.
dhamma ti; dhiiga i; (coagulated) laabee ni

blood vessel n.
haammareessa i

blossom v.
oboora rta; daraara rta

blouse n.
ubaara i

blow v.
buufa fta; bubbisa bifta

blue
dooqee

bluff v.
jaja jajja

blunt (adj.)
dooma; sigiga,sigiddu, sigigo

blurb
matabsaa(mataduree+ibsaa)

blush v.
diimeessa sita

boar
gol'aa

boast v.
balda dilta; n. koora i; baleela lta; buupha phta; buxuula lta;

boastful behaviour n.
buuphaa ni

boat
jabala

boat n.
markaaba i

body
qaama, nafa, dhagna

body hair n
dabassaa ni

body n.
nafa i

body text
ijbarruu

body type
bocquu barruu

bogey man n.
olokhinna i; bulguu ni

boil n.
dhullaa; qanyara i; nyaqarsa i

boil v.
owwisa wifta; waca wacca

Boilerplate
bartama

Bold
yabbuu

bold button
qabduu yabbuu

boldness n.
jannooma i; jannuma i

bolt for survival v.
xillisa sita

bolt v.
xiilladhaaba bda

bomb n.
bombii ni (Eng.); fengi (Ita.)

bone
lafee

bone n.
lafee ni; donkoo ni; goblola; cabbata i

boneessa
sita; goga godda; gossa sita; xoolaga laadda

bonfire n.
goola i

book
kitaaba

book n.
kitaaba i (Swa.)

book weight
qubee yabbuu golgola

bookcase
dulaaba kitaabaa

booklet
kixiqqaa

bookmark
toorbarruu

boolean
Buuliyaanii

Boolean operator
ogajjii Buuliyaanii

Boolean search
barbaacha Buuliyaanii

boot
bottii

boot area
naannoo kaaiinsaa

boot disk
baxxee ka'insaa

boot drive
ooftuu ka'insaa

boot files
faayiloota ka'insaa

boot partition
kutaalee ka'insaa

boot ROM
ka'insa KDQ (kuufannoo dubbisa qofaa)

boot sector
kutaa ka'insaa

boot sequence
tartiiba ka'insaa

boot volume
qabeentaa ka'insaa

boot-up
kaasi

booty n.
dhiiroo ni

Borana n.
Boraana i; Boraana boroo Borana of the East, the original Borana

border
handaara

border color
halluu handaaraa

border n.
daarii ni; qarree ni

border style
akaataa handaaraa

border..........
handaara

boring
nuffisiisaa, nuffisiistuu

borrow v.
liqeefadha fatta

bosom n.
harma i

boss v.
moha moota; n. mohaa ni

both
lachuu

both n.
lacuu ni

bother n.
moosaa ni

bother v.
caqacaqa caxxa (Amh.); garagalca cita; galma galmita

bothersome person n.
nuumaassaa ni

bottle
dulloo, xarmuushii, qaruuraa

bottle n.
dulloo; xaannusii (Amh.)

bottle opener
baantu xarmuushii

Bottom
jala

bottom (adj)
gad, gajjallaa

bottom margin
muudana jalaa

bottom n.
jala i

bounced message
dhaamsa duubatti deebi'e

boundary
daangaa

boundary n.
daarii ni

boundary, limit
daangaa, timjii

bow n.
guubee ni

bowels n.
saaba i

bowl
caabii, shanni golboo

bowl n.
(of steel or plastic) baqulii ni (Swa.); (wooden) dhameelaa ni;

bowlegs n.
bagajaa ni

bowstring n.
ribuu ni

box
saanduqa, baakkoo

box n.
sanduuqa i (Swa.); saatinaa ni (Amh.)

boy
ilma

boy n.
(young) mucaa ni; gurbaa ni

boyfriend
jaalalle dhiiraa

bps
laklamee sakondiitti (ls)

bracelet
saldaaqa, anbar, laakkaa

bracelet n. (aluminum)
qasa'a i; qashawaa ni; (ceremonial) saqaa ni;

braces
sadalgoo (sarara dallaa golboo)

brackets
sadallaa (sarara dallaa)

brag v.
faarfadha fatta; geerara rta

brain
surrii

brake n.
farena i (Ital.)

branch (for closing the kraal) n.
butumee ni; butuma ni

branch n.
dammee; nimitaa ni

brand n.
guba; milikeeta i (Amh.); heeroo ni; sumuda i; v. guba gubda

brave
goota

brave (person) n.
janna i

bravery n.
jannooma i; jannuuma i

bread
daabboo

bread n.
daaboo ni; qixxaa; furnoo ni (Ital.)

Break
qurxi

break (recess)
boqonnaa

break in pieces v.
butucha chita; buburusa sita

BREAK key
furtuu QURXIINSAA

break link
qunqurxa

break loose v.
buuba bda

break v.
cabsa ita; basaqa saxxa; baqaqa qaxxa; carassa sita; kuta kutta;

break............
qurxi

breakfast
ciree

breakfast n.
qursii ni (Amh.)

breakpoint
sarqurxa

breast n.
gurruu ni; harma i; qoma ti; guntuuta

breath n.
dhikee ni; hafuura i; qileensa i

breathe noisily v.
kuruufa fta; korisa rifta

breed n.
idda i

brevity n.
gabaabina i

bribe n.
gubboo ni (Amh.); gumboo

brick
xuubii

bridewealth n.
qarata i

bridge
riqicha

bridge n.
dildila i

bridge of nose n.
qofee ni; konoona

bridle n.
lugama i

brief (adj.)
gabaaba, gabaabdu, gabaabo

Bright
ifa

bright (adj.)
qulqulloo; n. hadhoo ni

brightness
ifiinsa

Bring To Front
duratti fidi

bring v.
fuudha fuuta; fida fidda (Amh.)

brink n.
edeeda i; fitee ni; ginrangira i ; edeeda i

broad (adj.) bala, balo, balo; bakila

broad, be v.
galma mita

Broadband
baandii bal'aa

broadband connection
walindhaa baandii bal'aa

broadcast message
dhaamsa tamsa 'inaa

broaden v.
fada fadda

broken
cabaa, cabduu

broken, be v.
busuqa suxxa; caba bda; cita citta

brood v.
kumuda mudda

broom
harataa, hartuu, haxooftuu

broom n.
haxawoo; haxawii; mataregiaa ni (Amh.)

brother
obboleessa

brother n.
obboleesa i; (pi.) obboleeyyaani

brotherhood n.
obbolumaa ni; obboleeyyuma ti

brown
daammii

brown (adj.)
magaala

Browse
sakatta‹??i

browse mode
haala sakattaa

browse v.
dheeda dheedda

Browse View
mul'annoo sakattaa

browse.........
sakatta'i

browser
iyyaafataa

Browser Hijacker
butaa iyyaafataa

browser........
iyyafataa

browsing
iyyaafata

browsing.....
iyyaafata

bruise n.
dirmamuu ni

brush n.
burushii ni (Eng.)

brush style
haalata qulqquleessuu

brush v.
riga ridda

bubble size
hammamtaa hoomachaa

bubble up v.
burqa qita

bubble v.
koqa koxxa; waca wacca; ; n. koqisa i

bubble-jet printer
maxxansaa hoomacha utaalaa

bubbling v.
duta dutta

buck v.
filinqadha qatta

bucket (leather) n.
okholee ni; (of giraffe hide) ejabulaa ni; baldii ni (Amh.)

bucking n.
filinqoo ni

buckle (metal) n.
libaaba i (Amh.)

bud
v. arareesaha soofta, biqila lta; tusa tucca; tucha chita

budget
bajata

bufa
fita; dhokadha katta; gonnadha natta; goodhaha dhoofta;

buffalo n.
gafarsa i; (calf) jadii ni; amaartoo ni (female buffalo); diramuu ni

buffer
sanduuqa yerommaa

buffet
biifee

bug
dogantaa (dogoggora sagantaa)

bugs n.
khookoo ni

Build
ijaarsa

build v.
jaara rta; ijaara rta

build...........
ijaari

builder
ijaaraa

built-in
waljaartuu

bukittii
ni; garaadee ni; agarii

bulb, light bulb
balbii

bulge v.
bokora rta; okholadha latta

bulging, be v.
golompadha fatta

bulk storage
kuusa bal'aa

bull n.
hancaffa i

bull, ox
sangaa

bullet
rasaasa

bullet character
arfii rasaasaa

bullet n.
xiyyitii ni

bulleted list
tarree rasaasaa

bully v.
raka ratta

bullying n.
malfachaa ni; rakuu ni

bundle n.
korojaa ni

burble v.
koqa koxxa

burden n.
baa ni; ba'oo ni; baachaa ni; faa ni

burial n.
irreesa i

burn v.
boba'a beeta; guba gubda

burning (feeling) v.
qarqarsa'a soofta

burning n.
bobaha i

burrow n.
dhukuu ni; fuutuu ni

burst out v.
meexamaƒ??mta

burst v.
baqaqa qaxxa

bury v.
irreessa sita; awwaala lta

bus
otobisii

bus address
teessoo yaa'aa

bush (area) n.
dagala i; raaqa i; danqaraa

bush (thick) n.
bassa i

bush baby n.
gargarakaatoo ni

bush country n.
caaka i (Amh.); danqaraa, raasaa; dagala

bush crow n.
qaaqa'ii ni

bush n.
haafa i; raaqa i

bushbuck n.
dikkulaa ni

bushy (hair) n.
geedii ni; ginda i

business
daldala

business n.
daldala i (Som.); dubbii ni

business, do v.
nagadha gadda

bustard n. (lesser)
laakama i; hanqabii ni

busy
jaatanaawaa

busy...........
jaatanaawaa

but (conj.)
ammo; immoo; immooye; silaa; yokaani

but, however
garuu

butt (of rifle) n.
sadaffi ni (Amh.)

butter
dhadhaa

butter v.
muuda muudda; n. dhadhaa ni, addanuu ni ( fresh white butter)

butterfly
billaacha

butterfly n.
billaachaa ni

buttock n.
rundee ni tafa i

buttocks
fagaara

button
qabduu

button bar
kabala qabduu

button face
fuula qabduu

button icon
saajoo qabduu

button image
calaqqee qabduu

button n.
qulfii ni (Amh.); v. qulfa fita

button.......
qabduu

buupha
phta; dhussaha soofta; furfuura ta; itaha toofta; kulkula lta;

buy v.
bita bitta

buzz v.
burisa rifta; ginniisa iifta; huursa sita; xiixa xiixxa

buzzing n.
bureesa i; ginneesa i

by Date
guyyaan

by default
duraantoon

By Modified
fooyya‹??aan

by Name
maqaan

by Size
hangaan

by Status
haalojiin

by the way
(Interjection) hayyee

by Title
matadureen

by Type
akaakun

byte
baayitii


Submit a Word(Jecha)

Maxxansaalee Barbaachisoo