Home Tags Sababoota 10 Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa tahuu qabuuf

Tag: Sababoota 10 Afaan Oromoo Afaan Hojii Mootummaa Federaalaa tahuu qabuuf

No posts to display

Maxxansaalee haaraa

There are currently 601 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter P.
P

pack
qarqabi

Pack and Go
qarqabbii deemi

pack animal n.
faa'ilee ni

pack camel n.
ooroo ni; rochoo ni

package
awwagii

package....
qarqaba/galaa

Packages
qarqabaalee

packet n.
baakoo ni

pact, promise
waadaa, ahadii, waliigaltee

paddock n.
gola ti

page
fuula

page break
xumuura fuulaa

PAGE DOWN key
furtuu FUULGADEE

page field
dirree fuulaa

page header
irraantoo fuulaa

Page orientation
qaabachiisa fuulaa

Page printer
maxxansa fuulaa

Page Setup
qinda'ina fuulaa

PAGE UP key
Furtuu FUULOLEE

Page view
mul'annoo fuulaa

pagination
fuulessa

Pagume (Sept. 6-10)
Qaammee

paid
kaffalame

pail n.
baldii ni (Amh.)

pain
dhibee, dhukkuba

pain (stomach) v.
qaqata'a toofta; dhukkuba i; gurgurtuu ni

pain v. (chronic) hooraha
roofta; feel v. mamarqama mta

pain, have v.
abaha aboofta; elaha loofta; (constant) uma'a moofta;

paint
barashaa, halluu

paint n.
bifa; rangii ni (Swa.); qalaamii ni (Amh.); v. bifa bifta; diba bda

Paint program
sagantaa fakkaastuu (sagantaa fakkii kaastuu)

pair
mirree

pair n.
lakuu ni

pajamas
biijaamaa

pale (adj.)
adii

paleness n.
addeenna i, aagii qalani

palette
DDF (Dhaaba Dibdoo Fakkii)

palette window
FDDF (Fooddaa Dhaaba Dibdoo Fakkii)

palm (of hand)
harruu, ganaa

palm n.
ganaa ni

palm tree
meexxii

palmtop
qubganaa

palpitate v.
dhudhukadha katta; n. dhudhukachaa ni

palpitations n.
xiraa ni

pancake
maxinoo

pancake n.
chappaattii ni (Swa.); budeena i (Amh.); injeera

pane
hirdaatii

panel
moggaargii

panic
baaraga, shororkaa, sodaa

panic v.
gugadha gatta ; n. gugachaa ni

pannier n.
sabbaqee ni

pant v.
dhaana nta; hara harta; harganna nta

Pantone
halsimaa

pants n.
bololee ni (Amh.); boggee ni; hidhaa

pants, trousers
surree, fiddoo, kofoo

papaya
paappaayee

papaya n.
phaapa'ii ni (Eng.)

paper
waraqaa, waraqata

paper bin
baattoo waraqaa

paper format
dhangii waraqaa

paper jam
hudhama waraqaa

paper n.
karatasii ni (Swa.); waraqata i (Amh.)

Paper Source
madda waraqaa

Paper-white monitor
agarsiistuu duubadii

parable n.
mamaassa i

paragraph
keeyyata

paragraph break
xumuura keewwataa

paragraph formatting
dhangii keewwataa

paragraph mark
kudhangii keewwataa

parallel
walmaddii

parallel, make v.
obra obrita

paralysis n.
naafachaa ni

paralyzed (person) n.
naafa i

paralyzed, be v.
naafadha fatta

parameter
ulaagaa

parasite
akankarreettii

pardon v.
araraama mta; dhiisa dhiifta

parent
haadhoo

parent directory
galeeloo haadhoo

parent folder
ukaankaa haadhoo

parent web
saphaphuu haadhoo

parenthesis
golbee lakkuu

parity
qixeenya

park
paarkii, caayaa

part n.
gamma i; gar; goomolee ni; moggaa ni

partition
hirama

partner n.
garayyuu ni; fira; tolaa

party, invitation
afeerraa

pass n.
rakkoo ni

pass over v.
taakka kita

pass through v.
huluuqqa luuxxa; shila'a laata (Amh.)

pass under v.
huluuqqa luuxxa

pass v.
darba bita; (by) v. dabra barta

passage n.
rakkoo ni; fuloo ni

passion n.
maleela i; mirqaana i; onnee ni

passport n.
mashenyaa ni (Amh.); waraqata karaan deemani (Bor.)

password
barreertuu

password protection
hayyisa iggitaa

past (adv.)
duri

past time n.
dhengadda i; gaafa

past year n.
barana

pasta
paasta

Paste
maxaansi

Paste Link
geessii maxansi

Paste Shortcut
qaxxamuraa maxxansaa

Paste Special
maxansa addaa

Paste............
maxxansi

pastoralist
horsiisee bulaa

pasture
dheedichaa

pasture n.
marra i; v. maarsa sita

pasturing of sheep and goats n.
arjaala i

patch
erbaa

patch (of grass) n.
leensaa ni

patch v.
erba erbita; (cloth) n. erbaa ni; haafa i

patches n.
qarichoo ni

patching n.
maxansaa ni

paternity n.
abbooma i

path
daandii, mocii, karaa

path n.
kara ni

path name
maqaa xurree

path prefix
hudeelsoo xurree

patience n.
obsa i; obsaa ni

patience, tolerance
obsa

patient (adj)
obsaa, obsituu

patient (n)
dhukkubsataa, dhukkubsattuu

patient, be v.
obsa obsita

patiently (adv.)
suuta; laanuma

pattern
akkina

paunch n.
borcii ni; borcooca i person/animal with a paunch.

paunch, have v.
borca'a coofta

pauper n.
hiyyeessa i; hiyyeettii ni; qollee ni

PAUSE key
furtuu AFUURFANNOO

pause n.
forfachaa ni; forfataa ni

paw n.
kotee ni; tantoomoo ni; tantoomuu ni

pay attention v.
caqasa qafta; dhageefadha fatta; caqasaa fta; eegadha gatta

payment
kaffaltii

PC
KM (koompiitara matayyaa)

PCD
PCD

PCX
PCX

pea
atara, daangulee, haatoo

peace
nagaa, dada

peace n.
nagaa nageeni; nagaya

peaceful, be v.
dambooba bda

peach, apricot
kookii

peak n.
flixee ni

peanut
ocholooni

peasant n.
gabbaree ni (Amh.)

pebbles n.
cirracha i

pedal n.
faanoo ni

peddler n.
nagaadee ni

peel (n)
qola

peel v.
qunchiisa chiifta

peeled, be v.
luqaha qaata; quncaha caata

peg n.
fannoo ni

pellets n.
cirracha i; tussii ni

pen
biirii, qalama

pen n.
qalaamuu ni (Swa.); biirii ni (Amh.)

penalty, punishment
adaba, adabbii

pencil
irsaasii

penetrate v.
lixa lixxa; seena nta

penis (of camel) n.
megenna i

penis n.
(adults) cidaani; bixii ni; shundooni; nafa saalaa;

people
uummata, saba, jamaa, liiban

people n.
biyya yiti; biyyee; jarra i; nama i; warra i; warreena i; benna i

pepper (red chili) n.
barbaree ni; bisarii (Swa.); qaaraa ni (Amh.)

percent
dhibbeentaa

percent sign
mallattoo dhibbeentaa

Percentage
dhibbeentaa

perfectly
sirritti

perfectly (adv.)
qixxee

perforate v.
ura urta

performance
hujjeeffama

perfume n.
(for the hair )qayya mataa; quromfidii ni; (Amh.);

perfume v.
qayyadha yatta; n. qayya i

perfumed, be v.
urga'a goofta

perhaps (adv.)
malaafi; malaafu; yokaani; gaafiini

period
tuqaa

period n.
bara i; jabanna i ; (Amh.) gizee ni

perish v.
hobaha baata

permanent
dhaabbataa, siranaa

permission n.
feqaada i (Amh.); eeyama i

permission, have v.
balala lta

permission, license
hayyama, eeyyama

permission.....
hayyama

permissions
hayyama

persecute v.
makharsa sita

persecution n.
dhiba; rakkoo; nartii ni (Amh.)

perseverance n.
didhaa ni

person
qoxxicha i; qoxxitti ni

person n.
nama i

personal
dhuunfaa

personal computer
koompiitara matayyaa

personal information
odeeffannoo matayyaa

Personal Name
maqaa matayyaa

perspire v.
damfa fita

persuade v.
beesisa sifta; gunadha natta; hababbala lta

pester v.
gorteefadha fatta; nyagisa gifta

pesticide, insecticide
farra ilbiisootaa

pestle n.
urgumeessa i

pests, insects
ilbiisootaa

petal n.
gurra i

petition n. kadhaa Dubraa; sagadaa
ni

pharmacy
faarmaasii, mana dawaa, mana qorichaa

philosophy
falaasama

phone
bilbila

phone book
baafata bilbilaa

phone call n.
silkii ni (Amh.); simuu (Swa.)

phone card
kaardii moobayilii

phone number
lakkoofsa bilbilaa

photo album
kuusa suuraa

photo, photograph
suuraa

photograph n.
footoo ni (Ital.); misilii ni (Amh.)

phrase
gaalee, anqoo

physician
hogeessafayya, haakimii

PIC
lakkaddaa akkafeetee (LAF)

pica
kutaasa (kutaa+safartuu)

pick
kaasi

pick at v.
funaana nta

pick open v.
qirqita qitta; filadha latta

pick out v.
foo'a ta

pickaxe n.
sururuu ni; doomaa ni (Amh.)

picture
fakkeettii, fakkii, suuraa

picture n.
footoo ni (Ital.); misilii ni (Amh.)

Pie
deloo

Pie Chart
taatto deloo

piebald (two
colored) v. shooma mta

piece n.
(small) huuba i; bu'a; qoraachii ni (Amh.); cinna I;

pieces, be in v.
bututa tutta; n. cinnoo ni; gumaa ni; bututa i

pierce v.
borossa sita; dira dirta; qilxipha xiphta; ura urta; waraana nta

pig n.
boyyee ni; (bush pig) boyyee ni

pig, hog
booyyee

pigeon n.
saphaliisa i

pile
tuullaa, kaabii

pile n.
tuulaa ni

pile together v.
oobla blita

pile up v.
tuula lta

piles (enlarged blood vessels) n.
qormaddee ni

pill n.
kiniina i (Ital.)

pillage v.
saama mta

pillow
boraatii

pin n.
binkii ni

pincers n.
qadhabaa ni

pinch v.
qimmiita miitta

pineapple
anaanaasii

pink
diiminee

pipe n.
gaayyaa ni

pirnple n.
finiisa i

pistol n.
bastoolaa ni (Ital.); sheguti (Amh.)

pit n.
boola iti

pit, well
boolla

pith n.
dhu'a ti

pity n.
naasuu ni; v. naasisa sifta; v. kililla ta

Pivot
qiinxa

PivotChart view
mul'anoo taattoo qiinxaa

PivotTable list
tarree gabatee qiinxaa

PivotTable report
gabaasa gabatee qiinxaa

PivotTable view
mul'anno gabatee qiinxaa

pixel
pikselii

place
bakka, iddoo

place n.
fullaa ni; v. ka'a keeta

placeholder
iddooqa (iddoo+qabduu)

placenta n.
akkaa ni; dilluu ni; ; (retained) dheekamtuu ni

plain (barren) n.
qolqola i; batala ti

plain n.
batala ti; diida, ataa ni

plain text
barquu

plain, be v.
busha'a shoofta

plainly (adv.)
diideese

plait v. cibra
rita; n. cibra i

plaits n.
taabboo ni

plan
karoora, akeeka

plan v.
maladha lattta; mariadha riatta; yaada yaadda

plane v.
kolkola lta; saaka saatta

planet n.
urjii ni

plantation
danfisuu, biqilchuu

plaster v.
diba dibda; laqalaqa laxxa (Amh.)

plastic
laastikii

plastic (things) n.
lailoonii ni; lastigii ni

plastic bag n.
kartasii ni

plate
shaani

plate n.
baqulii ni (Swa.); sahanii ni (Swa.)

plateau n.
dirre ni

platform
hujeffannoo

play
taphachiisi

play v.
cuqqisa qifta; taphada taphatta

playful, be v.
buraaqa raaxxa; sambaaba bda

plead for help v.
dhibaafhadha fatta; hababbala lta; sobadha batta;

pleasant
gammachiisaa

pleasant, be v.
miyawa yoofta; adj. kilimphee

please
maaloo

plentiful, be v.
bokora rta; guddo; hedduu

plenty (adj.)
xuxxuphe

plenty n.
birrii ni; coonii ni

pleuropneumonia n.
sombeessaa ni

pliers
ciniintuu

pliers n.
qadhabaa ni

plod v.
sirriqa riixxa; sirnya nyita

plodding n.
sirnyaa ni

plot area
bakkojii (bakka+hojii)

plot v.
maladha latta

Plotter font
bocquu pilootee

plough
maarashaa, sibattii

plover n.
wiixuu ni

plow handle n.
irfli ni (Amh.)

plow n.
marashaa ni (Amh.)

plow oxen n.
qotiyoo ni

plow v.
qota tta; shalashala lta (Amh.);

plowing n.
qotii ni; qotiisa i

pluck v.
dhibissa bifta

plug v.
cufa cufta; cuqqaala lta; qadaada dda; suxa suxxa; duucha chita

plug-in
itti suuqii

plum n.
mululacha i

plunder v.
sakaba bda

plunge v.
lixa lixxa

plus sign
mallattoo idaatii

pocket
kiisii

pocket n.
kiisii ni (Amh.)

pocketknife n.
seentii ni

pods (of acacia) n.
urbuu ni

poem, poetry
walaloo

point
qabxii

point (of knife) n.
abrii ni

point n.
(high place) dirra i;

point to v.
akeeka akeetta

point, sharp
qara

point...........
tuqaa

pointed (something) n.
luffee ni

pointed, be v.
ulufa'a foofta

pointer
qaree

pointer...
qarree

pointing device
meeshaa qareessaa

poison
summii, hadhaa, suunkii

poison n.
suunkii ni

poisonous n.
boraara i (refers to a specific plant).

pole n.
dongoraa ni (for the walls of a house); moloogaa ni (Amh.)

police
poolisii

police n.
polisii ni; foolissii ni

policy
imaammata

Policy Module
moojulii imaammataa

polish v.
riga ridda

polishing n.
rigansa i

politician n.
bolitikaa ni (Ita.)

politics
siyaasa

politics n.
bolitikaa ni (Ital.); si'aasaa ni

pollution
faalama, waarrii

Polygon
rogaddee

pond n.
harroo ni; harra ti

pond, pool
eela, haroo

ponder v.
dhindisa sita; qulquula lta; yaada dda; kumuda dda

ponderous person or animal n.
tomborra i

pool n.
garba i; dambalaa ni (not permanent); malalbaa ni; naqata i;

poor
hiyyeessa, hiyyeettii

poor, be v.
hiyyooma mta; hiyyoomadha matta;

pop out v.
qulqulba bta

Pop-up
ol bahuu

pop-up menu
baafata olbahuu

pop-up window
fooddaa olbahii

Pope n.
phaphaasa i (Ital.)

population
uummata

porcupine n.
dhaddee ni

pore n.
lima i

porridge n.
buluqa i; uujii ni; faafaa ni

port
buufata

Portable document Format
dhangii galmee harkee

porter n.
kulii ni; baatuu ni

portion n.
gamma i; goomolee ni; moggaa ni

portrait
dhaabbattaa

position
qubannoo

positioning
qubachiisa

possess v.
horra horta; qaba qabda

possessions n.
sabba i

possible, be v.
dandaha deeta

possibly (adv.)
gaafiini

post
dirbaasi (dirreetti baasi)

post office
mana poosta

post office n.
postaa ni (Ital.)

postal code
lakkaddaa poostaa

postbox
saanduqa poostaa

postpone v.
tindhisa dhifta; tura turta

pot
biir disti, okkotee, giicuu, washoo

pot n. (clay)
okotee ni; (cooking) eelee ni; diftii ni; disti ni

potato
dinnichaa, mosee,sayee, ifaatee, shonee, jurgufee

potato n.
dinichaa ni

potsherd n.
banisoo ni

pound v.
tuma tumta

pour v.
buusa buufta; (a little) v. qica qicca; lollaha laata; naqa naxxa

poured out v.
dhangalaha laata; harcaha caata

poverty
hiyyummaa, dhaba, deegummaa

poverty n.
beela ti; qullaa ni

powder v.
fiitaha toofta

powdery, be v.
buka'a koofta

powdery, become v.
burquqa quxxa

Power
humna

power n.
forsaa ni (Ital.); guddina i; irree ni; maftii ni (Amh.)

power, force
humnaa

practice v.
barradha ratta

praise oneself v.
faarfadha fatta

praise v.
dhaada dhaadda; faarsa sita; n. faaruu ni; saada saadda;

pray v.
kadhaa katta; kadhadha kadhatta; sagada gadda (Amh.)

prayer
kadhannaa, sagada, kadhata

prayer n.
kadhaa ni; eebba eebbiti; sagadaa ni

praying mantis n.
ekeraa galaa; qaanjibuu harree

precede v.
(in rank) caala lta

preceding (prep.)
dura

precious
qushuna

Precision
sirrummaa

predefined
durmurtaawaa

predict v.
faga fadda; mora morta; raaga raadda

prediction n.
mora i

preface
ariirrata

prefer v.
foo'a ta

preferable (adj.)
wayya

preference
fedhii

preferences
fedhiilee

prefix
huddeelsoo

pregnancy n.
rimaha i; rimaya i

pregnant
ulfa

pregnant (adj.)
ulfa, ulfo, ulfo

pregnant (animal)
rimaa

pregnant animal n.
rimeesa i

pregnant, be v
rima rimta (of animals and humans); garaachaha coofta

pregnant, make v.
dalca cita; (for unmarried girl) caphana nta

preoccupied, be v.
yaala lta

prepare
v. tolcha chita; dhaaba dhaabda; qopheessa sita; kurfeessa sita;

prepared (adv.)
kurfo

prescription
ajaja

present n.
gumaata i; v. kenna kennita

presently (adv.)
amma

preserve v.
dandama mta

preset
durqindaa'aa

press
dhiibi

press a key
furtuu dhiibi

press and hold a mouse button
qabduu hantuutee dhiibii turi

press down v.
humna nita

press together v.
dhandooma mta

press v.
cumfa fita; mudda muddita

prestigious, be v.
macha'a choofta

presume v.
se'a seeta

pretend v.
buxuula lta; cocana nta; dhokadha katta; soba bda sosoba bda

prevail v.
danqa qita

prevent from falling v.
qoba qobda

prevent v.
dallamsa sita; dhowwa dhowwita;

prevention n.
dallamsaa i

preview
durargii

preview pane
hirdaatii duraargii

previously
duratti

price n.
gatii ni

prick v.
qilxipha xiphta; waraana nta

prickles n.
biilaa ni

prickling (feeling) v.
qarqarsa'a soofta

prickly
pear n. gambooraa ni

pride
boona, bajiga, galdaasa

pride n.
uflaala ni ; koora i

primary
dursaa

primary color
halluu dursaa

primary key
furtuu dursaa

primary window
foddaa dursaa

print
maxxansi

print area
idoo maxxansaa

Print head
mata maxxansaa

print job
hojii maxxansaa

print preview
duraargii maxxansa

PRINT SCRN key
FMA (furtuu MAXXANSAA ARGII)

Printer
maxxansaa

printer driver
ooftuu maxxansaa

Printers and Faxes
maxxansaaleefi faaksiwwan

priority
duraanaa (dura+aanaa)

priority n.
matooma i

prison n.
jeelaa (Eng.); mana hidhaa/ hindaansaa; wnakii ni (Amh.)

prison, jail
mana hidhaa, wankii

privacy
kophummaa ofii

privacy n.
qoomnii ni; qoomi ni

private (property)
gulummaa

private school
mana barumsa dhunfa

prize n.
shelemaatii ni (Amh.); galata

Probability
tariitaa

problem
rakkoo, rakkina, ko'oo

problem n.
adaaba i; sarrii ni; sharrii ni; dhiba; rakkoo; nartii ni (Amh.);

procedure
adeemsa

process
adeemsa

proclaim v.
lalabba bda

procure v.
bita bitta

produce v.
dhala lta; firawa firofta

product
oomisha, bahaatii, atoota

Product ID
W.E.oomishaa

Product key
furtuu oomishaa

Product News
odeeffannoo oomishaa

profession
ogummaa, hojii, dalagaa

Professional edition
gulaala kaamayaa

profile
danaa

profit n.
bu'a; tirfii ni (Amh.); faidaa ni (Swa.)

profound (adj.)
dheera

program
sagantaa

Program Files
faayiloota sagantaa

program icon
sajoo sagantaa

Programmable
sagantaawaa

programmed
saganteeffamaa

programmer
saganteessaa

progress indicator
agarsistuu guddinaa

prohibit v.
seera rta

project
piroojektii

Project management program
taa‹??ataa sagantaa pirojeekitii

promise v.
qodha qota; dhabadha batta; n. dhangaa ni; kakuu ni; dhabuu ni;

promote
guddisuu

prompt
kaasaa

prompt, be v.
aariifadha fatta

promptly (adv.)
burunto (Ital.); hure

pronoun
maqadhaal

pronounce v.
jedha jetta

pronunciation
afaaneffannoo, sagaleessoo

proof n.
hubachaa ni

proofing tools
seecha'aa

prop n. kiboo
ni; kaala ni

prop up v.
kiba kibda; utuba utubda

properties
amala

property
qabeenyaa, leecalloo

property n.
halaala i; horii ni

property page
fuula amalaa

property sheet
diriira amala

prophecy n.
mora i; himanna i; himansa i; raaguma ti

prophesy v.
raaga raadda

prophet n.
raaga i; yuuba i

prosper v.
fira firta; horra horta

prosperity n.
badhaadha ni; bultuma i

prostitute
gumna, sagaaggaltuu, dhadhaabamtuu

prostitute n.
sharmuxa i (p.) sharmuxolee ni

protect
eeguu

protect v.
cibra rita

Protection
hayyisa

protection n.
simaa ni; simana i; dhibayyuu ni

protocol
aaloo

Prototype
kan maddaa

protrude v.
gooraha rata; quuqa quuxxa; quuqawa qoofta; ulufa'a foofta

protrusion n.
quuqaa ni; ulufa i

protuberance n.
kolkolee ni; konoona i; funaani

proud, be v.
balda dita; koora rta

proverb n.
mamaassa i

proverb, saying
mammaaksa

provocation n.
aggachaa i

provoke v.
aggadha gatta; bittisa tifta; gaalla lta

proxy server
kaadimaa walsimsiisaa

pt
tuqaa (tq)

pubescent, be v.
bumbunsa sita (said only of boys)

pubic hair n.
saphii ni

public school
mana barumsa motuma

publication
maxxansaa

publish
maxxansi

publish v.
lalabba bda

puckered, become v.
burdawa doofta

puddle n.
caancoo ni; diriba i; kolbaa ni; naanaha i

puff adder n.
buutii ni

puff up v.
xillibba'a boofta; buufa fta; buufa fta; bakisa kifta

Pull down menu
baafata gadidhuftuu

pull in (the stomach) v.
qoloonfadha fatta

pull quote
xiyyeera

pull v.
tirsa sita

pulse v.
dhudhukadha katta; n. dhudhukachaa ni; dhikee ni; idhata i

pulverize v.
hurrawa roofta; urba urbita

pulverized thing n.
bulaa ni

pumpkin n.
bododda i

punch v.
tantooma mta

puncture n.
iddanaa ni

punctured v.
busuqa suxxa

punish v.
itti mura rta

punishment n.
adaaba I; gatii ni; qitaatii ni (Amh.)

pupil (of the eye) n.
agartaa ni;

pupil (student) n.
barata ni

puppy
cuquu, xuuxxillaa

puppy n
cuquu ni

purchase n.
bitaachaa ni; bita bitta

pure (person) n.
balchaa ni

pure, be v.
qullawa loofta; adj. qulqulloo

purge v.
fala falta

purging n.
fala i; falachaa ni

purification n.
qulqullooma i; qulqulloomaa ni

purify v.
qulleessa sita; qulqulleessa sita

purity n.
balchaa; xintii ni (Amh.); qulqulluma mti

purple
dhiilgee

purpose n.
didhaa ni

purr v.
korisa rifta

purse
koro'oo, boorsaa maallaqaa

purse n.
borsaa ni (Ital.); iftee ni (made from sisal thread)

pursue v.
reeba bda

pursuit n.
bu'aa ni; reebuu ni

pus n.
malaa ni

Push Button
qabduu dhiibaa

push down v.
humna nita

push v.
darba bita; dhiiba bda; mida midda; gussa gussita; hulfa fita;

pushing n.
dhiibansa i

put aside v.
hambisa bifta; ka'a keeta

put away v.
massa sita; suuqa suuxxa

put down v.
buufadha fatta

put in a good place v.
massa sita

put in order v.
sokoladha latta

put on v.
keeyyadha yatta

put out v.
afa afta

put together v.
coonca cita (usually + walti); faafa fta

put v.
teessisa sifta

putrefy v.
tortora rta

Pyramid
sadakara

python n.
jawwee ni


Submit a Word(Jecha)

Maxxansaalee Barbaachisoo