Home Tags Bishooftuu

Tag: Bishooftuu

No posts to display

Maxxansaalee haaraa

There are currently 657 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter A.
A

a little n.
guurtoo ni

a long time
yeroo dheera

a lot
hedduu, baayee

a lot n.
gurmuu ni

a third
siisoo, nuusii, tokko sadaffaa

a while ago n.
qaataa ni

A-B roll editing
filgulaala A-B

A-sized paper
waraqaa hanga-A

aardvark n.
olokee ni; awwaaldiduu ni

aardwolf n.
goolloo ni

abandon
gati

abandon v.
dida didda; iraa gora; shaara rta (Amh.); lakkisa kifta; onsa sita

Abandoned
darbamaa,gatamaa,jibbamaa

abdomen n.
huffaa ni

abide v.
qubadha batta

Ability
aanjaa, beekkumsa, dandeettii,qarooma

ability n.
qarumaa ni

able (adj.)
mooti

able, be v.
dandaha deeta

abode n .
ciisaa i

Abolition
badii,buqqasa,dhabama,dhiifama,diigama

abort
kuti

abortion n.
salleesa i

About
waayee

about, in regard to
waa'ee, waayee

above
irra, ol

above (prep.)
gararroo; gubbaa; irra; ola olitti

above, be v.
olaana nta

Abroad
biyya alaa, bahaar gama, biyya ambaa, fuguga,lafa fagoo

abscess n.
dullaa

Absence
dhabamsa,hafa,hanqata,maqan,ooluu

Absent
hafaa,hafuu,hanqataa,maqanii,oolaa

Absent-

Absolute
abbaa irree, dhugaa, mootummaa gita hin qabne, murtii guutuu

Absolute path name
maqaa daandii of danda'aa

absolute reference
irkoo haqaa

absolute value
gatii of danda'aa

absolutely
guutuumaatti, tasa, gonkumaa

absolve v.
araraama mta; hiika hitta

Absorb
barachuu,hubatuu,beekkumsa,beekuu,

absorb v.
dhuga dhudda; liqimsa sita; xuuxa xuuxxa

abstain v.
miira miirta; hanqadha qatta; laama mta; laga ladda;

abstinence n.
lagata i

abundance n.
quufa; jafuna i (Som.); birrii ni; coonii ni;

abundant (adj.)
badhaadha, badhaatu, badhaadha; xuxxuphe

Abuse
arrabsuu,badii,hammeessuu,hojii dabinaa,itti rorrisuu, miidhuu,shira

abuura
rta; ciisa ciifta

Abyssinian n.
Abashaa ni

Academically
qorannoo barnootaatiin, beekkumsaan, Barnootaan

Academy
Akkaadaamii, bakka barumsi cimaan itti kennamu, mana barumsa

acceleration board
gabatee guulinsaa

accelerator key
furtuu qaxxaamuraa

accent
malduu

accent acute
malduu mirgaa

Accent Breve
malduu olgaraa

accent circumflex
malduu hoxxee

Accent Dieresis
malduu waraabbii

accent grave
malduu bitaa

Accent Macron
malduu rogarfee

Accent Tilde
yaatuu

Accept
fudhu

accept v.
fuudha fuuta; fuudhadha dhatta

Acceptable
fudhatamaa,fudhatamuu,jaalatamuu

access
gahiinsa

access code
lakkadda gahiinsaa

access control
too'annaa gahiinsaa

access group
garee gahiinsaa

access key
furtuu gahiinsaa

access mode
haalata gahiinsaa

access permission
hayyama gahiinsaa

access time
yeroo gahiinsaa

access...............
gahiinsa

accessibility
gaheenya

accessories
iddaannoo

accessories.......
iddaannoo

accident
balaa

accident n.
danuu ni; mudaa ni

Accidental
daguu, danuu,tasa

accidentally
tasuma, utuu hin yaadamiin, dimmaa

acclaim v.
ililisa lifta

accompany v.
gegeessa sita

accomplice
tumsaa, tumsituu, baabsii

accomplish v.
fita fitta; v. tuula lta

accomplishment
raawwii

According
akka, akka itti

According to
akka kanatti, akkasitii

Account
eenyummeessa

Account for
Itti gaafatamuu

account, calculation
herrega

account............
eenyummeessaa

account.................
eenyummeessaa

accountant
herregaa, herregduu

accumulator
kuufataa

accuracy
sirrina

accuracy.........
sirrina

accurate
sirrii

accurate, correct
sirrii

Accurately
matarratti,qaceellotti,sirritti,

accusation
himannaa

accusation n.
himachaa ni; himachuu ni; xoophee ni

Accuse
aadomsuu,hamachuu,himatuu,komachuu, baanatuu

accuse v.
himadha; kasasa cca (Amh.) ; hima himta

Accused
kan himatame,yakka

accustomed to
v. mataqa taxxa; matafadha fatta

accustomed, familiar
beekamaa

ache
waraansa

ache v.
abaha ; mamarqama mta

Achieve
argachuu,bakkaan gahuu,guduunfachuu,hojjachuu,ifaajuu,milkaawuu,

Achievement
argannoo, deeytii, guddina,hojii,ifaajii

Acid
dhangaggaawaa,hadhaa,hadhaawaa,summii

acid, be v.
haddhawa dhoofta

Acknowledge
amanuu, galata galchuu,ofitti beekuu,mirga galchuu,

ACL
TTG (tarreeffama to‹??annaa gahiinsaa)

acoustic coupler
dhageettii mijeessaa

acoustical sound enclosure
hir‹??isaa sagalee

Acquire
argachuu,bitachuu,gonfachuu,horachuu,qabaachuu

acquire v.
bita bitta

acronym
gabaajee

Across
gamaa-gamana

across.............
gamaa-gamana

Act
akkeessuu,dalaguu,fakkeessuu,godhuu,hojjachuu,waa godhuu

act (quickly) v.
jarjara rta; aariifadha fatta

act badly v.
galafadha fatta

act foolishly v.
sirga'a goofta

act slowly v.
babadaladha latta

action
gochaa, hojimaata

action button
qabduu gochaa

action.............
gocha

activate
kakaasi

active
si'aawaa, si'ooftuu, hisataa, hisattuu

active area
iddoo ka'aa

active cell
maadhee ka'aa

active database
kuusdeetaa ka'aa

active document
galmee ka'aa

active light
ibsaa ka'aa

active matrix display
agarsiistuu tarreentaa ka'aa

active object
wanna ka'aa

active sensing
suukannii ka'aa

active window
foddaa ka'aa

Active............
ka'aa

Actively
kaka?umsaan

ActiveX
aktiiv X

ActiveX control
too‹??annaa ActiveX

Activist
kakaasaa, carraaqaa, kan waan itti amane tarkaanfachiisu

activite...........
kakaasi

activity
sochii, hojii

actor
ta'aa

actress
taatuu

Actual
dhihoo,dhugumatti,ifatti,jiruudhaan, kan yeroo ammaa,reefuu

Actual Size
hammamtaa dhugaa

actually
dhugaadhumatti

Ad
dhaadhessaa, gabaabaa, beeksisa

Adapt
barsiisuu,guddifachuu,kan ofii gochuu,madaksuu,wal fudhachuu,walbaruu

Adapter
amanfataa

add
ida'i

Add File
faayila ida'i

Add new
haaraa ida'i

Add Picture
suuraa ida'i

add to v.
idaha idaata; naqa naxxa

add v.
dabala lta; fufa fufta; fuffadha fatta; mareera rta;

add-in
idaatuu

add................
ida'i

Addict
araaduu,barachuu,haraaruu,qaama godhachuu

addiction
araada, haraaraa

addiction n.
araadda i

addictive
arachiisaa

addition n.
mareeroo ni

additional
dabalata, edaasa

address
teesso

Address bar
kabala teessoo

address book
yaadannoo teessoo

address labels
moggaasa teessoo

Address Resolution Protocol (ARP)
AQT (aaloo qulqullina teessoo)

address space
edda teessoo

address..........
teessoo

addu (of animals)
; jabaa, jabduu, jaboo; (pi.) jajjabaa; mooti;

adequate, satisfactory
ga'aa, quubsaa

adhere v.
maxana nta

adjacent
wal bira, cinaa

adjective
addeessa

Adjust to
itti mijeessi

adjust v.
taasisa sifta

adjustment n.
ta'isa i

administer
bulchi

administration
bulchiinsa

administrator
bulchaa

administrator n.
shuumii ni (Amh.); bulcaa ni

administrator setup
qindaa'ina bulchaa

administrator, governor
bulchaa, geggeessaa

admirer
leellisaa, leellistuu

Adobe Acrobat
akroobaatii adoobee

Adobe photoshop
footooshooppii adoobee

adolescent
dardara, shamara

adopt v.
oromsa sita

adopted n.
xuxii ni

adorable
jaallatamaa, jaallatamtuu

adore v.
lelisa lifta; maleela lta

Adserver
dha-kaadimtuu

adult
ga'eessa, geessuu

advance
olaansi

Advanced
olaanaa

advanced setup options
filmaata ijaarsa ol'aanaa

advanced.........
Olaanaa

advantage
faayidaa, bu'aa

adverb
dabalgochima

adversity
rakkina, yeroo gadhee

advertisement
beeksisa, dhaadheessa

advice
gorsa

advice n.
marii ni; (for marriage) hayuma i

Adware
mosdhaa

adze n.
qottoo ni

Afaan Oromo
Afaanota damee Maatii kuush kan baldhinaan gaanfa Afrikaatti dubbatamu yommuu tahu, Afaanota Afrikaa keessaa baay'ina dubbattootatiin Hawusaafi Kwiswahiltti aanee sadarkaa sadaffaa irra kan jiruudha, Akkasumas Afaanota biyyoota alaa yoo dabalatummoo Afrikaa keessatti Sadarkaa 6ffaarratti argama.

afar (adv.)
laato

affair n.
dubbii ni

affect
dhiibbessuu

Affect.............
dhibeessuu

affection
jaalala, kabajaa

affiliation
aantummaa

afflict v.
godaha daata

affluent
sooressa, badhaadhaa

afforestation
manca'a bosoonaa

afraid, be v.
luuxaha xoofta; qaanjiba'a boofta

after
booda

after (adv.)
duuba; eegi; egeri; gula; jennaani

After animation
fakkina sochii boodaa

after that
sanaan booda, ergasi, isa booda

afterƒ??
ergaƒ??booda

afternoon
waaree booda

afternoon n.
saafaha i; (mid afternoon) safaha guddaa; (late) safaha diqqaa;

afterwards
eger, booddee

afterwards (adv.)
duraana; gulaana; gana (Amh.); duuba eegi; jennaani

again
ammas, lamuum, irra deebii

again (adv.)
ammalle

again and again (adv.)
laakummaani

agate
ageetii

age
umrii, ganna, waggaa

agenda
ajandaa

agent
abbaanaa

agent............
iddoomaa

aggravate v.
findhaara rta

aggression
miira diinummaa, jibba

agile (adj.)
sabla, sablo, sablo

ago, before
dura

agony
dhiphina, gidiraa, gadadoo, hiraara

agreement
waliigaltee, dilaala, walta'iinsa

agreement n.
kontoraata i (Ital.)

agricultural office
waajjira qonnaa

agriculture
qonnaa, qotiisa

ahead
gara fulduraatti

aid
gargaarsa

aim v.
daganna nta

aim, goal
kaayyoo, galii, akeeka

aim, to v.
abirra rta

aimlessly (adv.)
lafiifo

aiot v.
gudunfa fita; n. gudunfaa ni

air
qilleensa

air n.
qileensa i

air pollution
faalama qileensa

airplane
xiyyaara

airplane n.
xuyyuura i (Arabic); eroplena i

airport
dirree xiyyaaraa

alarmed, be v.
fodarisa rifta

alarming
rifachiisaa, rifachiistuu

albergoo
ni, mana nyaata, mana sagale

alcohol
alkoolii

alcoholic drink n.
arraaqee ni

alert box
sanduuqa of eeggannoo

alert message
dhaamsa of eeggannoo

algorithm
seermurtoo

alias
maqbiroo

align
hiriirsuu

Align to Grid
tarreen hiriirsuu

align v.
coroora rta

Alignment
hiriira

alignment buttons
qabdoo hiriiraa

alike (adj.)
qixxee

alive, be v.
jira jirta

all
cufa, hunda, mara, jiblaa

all caps
qubguddeessa

all caps.........
qubguddeessa

all days (adv.)
takhaan

All fields
dirree mara

All items
maalimaa

all n.
jimla; cufa ti; jiblaa ni (Amh.)

All Programs
sagantaalee mara

all..................
mara/hunda

allergy
adanyoo

allocate
ramadi

allow
hayyami

allowance
durgoo, olmaayaa

ally n.
kalchaa ni

aloe n.
hargeessa i

alone (adv.)
callaa; kopha; tuu (suffix);

alone, by oneself
qobaa

along (adv.)
dhawwatu; dhaatu

alongside (adv.)
dhawwatu; dhaatu; qarqara i

alphabet
arfii, qubee

alphabetic
qubaayaa

alphanumeric characters
arfiilee katabbii

already
dursee, ammaan dura

also
itti dabalee, akkasumas

also (adv.)
ammalle; lie (suffixed to a noun.);

ALT key
furtuu FILANNOO

alter
jijjiiri

alteration
jijjiirama

alternation n.
foloqa i

alternative text
barruu filmaataa

although
ta'ullee, ta'us

aluminum n.
saldaqqaa ni

always
yeroo hunda, hooggayyuu

always (adv.)
cufta ti; yo chufa

Always on Top
yoomirroo

amaryllis n.
abraasaa ni

amass v.
tuula lta

amaze v.
mamsiisa siifta

amazed, be v.
mama mamta; qunqumfadha fatta

amazement n.
bonbontii ni

amazing, awesome, surprising
dinqisiisaa

ambush v.
ripha phta; gaada gaadda; hoomuu ni + ciisa

American Standard Code for Information Interchange (ASCII)
ASKII

amiable
gammachiisaa, gammachiistuu

amniotic fluid n.
oota i

among
baay'ee keessaa, keessaa

among (prep.)
hiddu; jiddu; keessa, ke

Amount
hamma

amount n.
lakawaa ni; henna; haga i; (large) ruukoo ni; (small) xuunee ni;

amp (of cattle) n. foora
i

amp n.
kambii ni( Eng )

ampersand
fi

amusing
kofalchiisaa, kofalchiistuu

an n.
kubayee ni

analog
walfaantii

analog monitor
torgii walfaantiii

analog computer
kompuutara walfaantiii

analog device
meeshaa walfaantii

analog modem
moodamii walfaantii

Analyze
xiinxallii

ancel v.
dhiisa dhiifta

ancestor
abuduroo, abuturoo

ancestor n
abbaaboo ni, abbuturoo ni

anchor
korkoddii

anchor cell
maadhee korkoddii

anchored graphic
saxaatoo korkodaaye

ancient
kan bara durii

ancient, be v.
rereepha phta

and
fi

and so forth
faa (suffix); e.g. . . . kudanifaa about ten

andle n.
shamaa ni (Amh.)

andy n.
karamellaa (Ital.)

angel n.
malaikaa ni (Swa.); ergattu Waaqa

anger v.
si'eesa sita; n. si'a i; si'eesaa ni; aara i; dalansu ni

Angle
kofa

angle brackets
golboota kofa

angle n.
solonqee ni; dagalcha

angry
kan aare

angry, be v.
dallana nta; dheekama mta; romma ita; hinaafa fta; mufadha

angry, become v.
dheekama mta; boba'a beeta; gaaldaha daata

angry, make
bittisa tifta

animal
neefkaa, bineelda, horii

animal (wild)
bineensa

animal n. ( hand
raised) kunuuna i; (wild) bineensa i, busawwa i; (tame)

animate
sochii fakkeessi

animation
sochii fakkinaa

ankle
kuburuu, kibirii

anklet
albo, bitoo

anklet n. (of metal)
koomee ni

anniversary
ayyaaneffannaa

annotation
ibsa

announce v.
dha'a doofta; odeessa sita; lalabba bda

announcement n.
beesisa i

annoy n.
ceeqadha qatta; dhiba dhibda; gaalla lta; hifachiisa chiifta;

annoyance, anger
aarii, dallansuu

annoyed, be v.
dallana nta; hifadha fatta; mufadha fatta

annual
kan waggaa

annul v.
jijjira rta

anoe n.
hoboloo ni

anoint v.
muuda muudda

anointment n.
muuda i

anonymous
maqadhablee

another n.
dhibii ni; tokkolle; takkalle

another, other
kan biraa, abbii

answer
deebisi

answer v.
jalaa qaba qabda; owaadha owaatta

answer wizard
masakaa deebii

answer, change ($)
deebii

ant
jaamaa, mixii, gonjaree

ant n.
xuxii ni; suutaguba i; (red) n. mixaa ni

antagonistic, be v.
nyanyaha yoofta

anteater n.
olokee ni; awwaaldiduu ni

antelope
arroolee

anthill n.
kooba di

anthrax n.
cirmalee ni

anti-
farra-

anticipate v.
firisa rifta

antivirus
farra qinqaanii

antle (of saddle) n.
randee ni

anus
futee

anus n
bondee ni; uduu ni; munnee ni

anvas n.
sharaa ni (Amh.)

anxiety
yaaddoo, cinqii, badada

anxiety n.
dhindhisaa ni

anxious
dhiphataa, dhiphattuu, cinqamaa, cinqamtuu

any
kamiyyuu, eenyuyyuu, tokkollee

any character
arfii kamuu

any on n.
horraa ni

anybody
eenyuyyuu, nami kamiyyuu

anything
halle, cufa, tokkollee

anything n.
womaa; womu; homaa

anyway
haala kaminiyyuu, karuma ta'en

anywhere, everywhere
bakkayyuu, eessattuu

ap n.
koofia ni; gulubii ni

apart (adv.)
gargari; kopha; qofa

ape n.
kaabbaa ni(Amh)

API call
waamicha ‹??API‹??

apology, excuse me
dhiifama

apostrophe
hudhaa

Appear
mul‹??adhu

appear to be v.
fakkaadha kaatta

appear v.
futisa tifta; suddenly futuqa tuxxa; mulladha latta

appearance
bifa

appearance n.
ila ilti; malkii ni (Amh.); bifa

append
miiltessi

append..........
miiltessi

appendix n.
mata xeerii ni

appetite n. (big)
sabdi ni (person with )

applaud v.
ililisa lifta

apple
poomii

Apple computer
kompuutara appilii

applet
gargar xiqqaa

AppleTalk
appil tookii

Application
fayyadama

Application Program Interface (API)
walquunnama sagantaa fayyadamaa (WSF)

application software
mosaajjii fayyadamaa

application window
fooddaa fayyadamaa

applications...
fayyadama

apply
fayyadami

apply a font
bocquu fayyadami

apply a style
akkaataa fayyadami

Apply to All
hundaaf fayyadami

Apply View
mul‹??ina fayyadami

appointment
beellama

appointment n.
qataroo ni

appreciate v.
jaaladha latta

approach n.
dhiaadha aatta; gareera ta; uga ugita

approve v.
ee'ee jedha

April (9th-May 8)
Ebila

apron n.
(for the back) habaa ni

apt
mijaa'aa, tolaa, sirrii

apture v.
" booji""a jita "

Aquirement
horata,barnoota

ar n.
makinaa ni (Ital.); konkolaata; mekina

aracal n.
gurraqaroo ni

arbuncle n.
nyaqarsa i; dhullaa

arc
golboo

archie
arkii

architecture
ijaarrii

archive
haddaarsa

archiving
hadaarsuu

are for v. coka
cotta; ukha utta

are free person n.
daaggaa ni

are n.
hidhanuu i

area
bakka

Area Chart
taattoo bal'inaa

Area code
lakkadda naannoo

area graph
caatoo bal'inaa

area n.
reera i; fullaa ni

areen v.
tittima mta

arefully (adv.)
laana; (emph.) laanuma; leeke; shonaani, sonaani

areless person n.
adayyuu ni; boosaha, shufuroo ni, sufuroo ni (Amh.)

areless, be v.
gaffa gafta

aress v.
hoosa sita; lelisa lifta

argue v.
falama mta; falma mita; morka kita; morma mita; morooma mta

argument
falmii, falammii

argument n.
lolla i; mormaa ni; moroomaa ni

argumentative n .
araadda i

arid, be v.
goga godda

Arithmetic-logic unit (ALU)
kutaa yaayaa herregaa (KYH)

arm n.
harka i

arm, forearm
irree

armband n.
arboora i

armlet (ivory) n.
laakaa ni; meeta i

armpit
ukoo, bobaa

armpit n.
bobaa ni

arms n.
masaraa ni (Amh.)

army
raayyaa, ijaaba

around
maddii

around, environment
naannoo

aroused, be v.
cokkisa kifta

arrange
qindeessi

arrange icons
sajoo qindeessi

arrange v.
coka cotta midhaassa sita; taasisa sifta; tolcha chita

arrangement n.
ta'isa i

array
waraantoo

array.............
waraantoo

arrest v.
qaba qabda

arrival n.
dhufa ti; dhufisa i; hordooffa i

arrive v.
dhaqaba bda; dhufa dhufta; gaha geeta

arrogance n.
koora i

arrogant
farangagsaa, oftuulaa, oftuultuu

arrow
xiyyaa, xiyyee

arrow keys
furtuulee xiyyaa

arrow n.
lawwee ni; (poisoned) xiyya ti; guubee ni; laa i;

arrow pointer
xiyyeessituu

arry v.
baadha baata

art
faayoo

artery n.
gooha i; idda i

article
barruu

artillery n.
masaraa ni (Amh.)

artisan n.
fuundii ni (Swa.); ogeessa i

arton n.
kartoonii ni

artridge belt n.
korojoo ni

arve v.
boca bocca; hoqonqola lta

as before (adv.)
haguma silaa

as long as (adv.)
haga

as much as, until
haga

as, like, similar to
akka

ascend v.
kora korta

ascender
olaa

ascending
olee

ascending..........
olee

ASCII
ASCII

ASCII transfer
dabarsa ASCII

ase n.
jala i; halkoo ni; hunda i

ash
daaraa

ash n.
beessee ni

ashamed
qaana'aa

ashamed, be v.
ceera rta

asheeda; jengaa
ni (Swa.)

ashes n.
daaraa ni; iyaha iyata

ask
qorqoro

ask v.
gaafadha fatta

ASP
ASP

aspect n.
fula i

Aspect Ratio
reeshoo aspektii

ass n.
rundee ni; randa iti; hudduu ni; teessuma; tafa i

ass, donkey
harree

assemble v.
guura rta; walti ba'a baata

Assembler
assembilerii

assembly n.
kora i

assign
ramadi

assigned to
...itti ramadi

assist v.
qorqora rta

assistant n.
makala i; jaalaba i (to a hayyu); qadadduu ni; qadaddicha

associate
firoomsi

association
firoomina

assumption n.
seetii ni

asterisk
urjoo

astice n.
dhugaa ni

astonished, be v.
mama mamta

astonishment n.
mama i

astrate v.
tuma tumta

astrated n.
kolaa ni

at (prep.)
gara

AT keyboard
gabatee furtuu AT

At least
yoo xinnaate

at least (adv.)
lie (suffixed to a noun.); even if when added to a verb

at most
yoo baay‹??ate

at once (adv.)
yoosu

at sign
arfii @

at this/that time (adv.)
yoona i

atapult n.
guluba i

atarrhal fever n.
tummaa ni

atch fire v.
boba'a beeta

atch v.
ca'a ca'ata

attach
miiltessi

attach v.
fanissa nifta; maxtansa sita

attached to, be v.
qunxulefadha fatta (a feeling); raraha raata

attachment
miltoo

attack v.
duga dudda; hadha haata

attain v.
ta'a taata

attempt v.
halaaqadha qatta

attendant n.
makala i

attendee
hirmaataa

attention
hubadhu

attle n.
looni

attorney, lawyer
abukaattoo

attractive
hawwataa, hawwattuu

attractive n. (person or thing)
dabboo ni; bissiqa i

attribute
amala

auction n.
naadiaa ni (Amh.); munaada

auctioneer n.
naadituu ni

audio
dhageettii

audio helper
gargaaraa dhageettii

audio input device
meeshaa naqa dhageettii

audio monitor
torgii dhageettii

audit policy
imaammata too'aannaa

Auditing
too‹??annoo

aught v.
xurifama mta

August (7th-Sept. 5)
Hagayya

auldron n.
hibriiqa i

aunt
adaadaa

ause n.
marroo ni

authenticate
dhugoomsuu

authentication
dhugoomsa

authenticity
dhugoomina

author
barreessaa, barreessituu

authoring
barreessuu

authority
aangoo

authority n.
baallii ni; maftii ni (Amh.)

authorization
mirgeessuu

auto
ofnaa

Auto Adjust
ofiin qajeelchaa

auto archive
ofiin haddarsaa

auto arrange
of qindeessaa

Auto repeat key
furtuu deddeebii ofnaa

Auto save
olkaa'i ofnaa

auto scale
hammamteessaa ofnaa

auto sizing
hagamteessaa ofnaa

auto trace
ceesisa ofnaa

auto-answer modem
moodamii deebii ofnaa

auto-dial modem
moodemii bilbila ofnaa

AutoCAD
Ootoo Kaad

autocorrect
ofiin sirreessaa

AutoFilter
Of Gingilchaa

AutoFit
Of Taasisaa

AutoForm
Of Unkeessa

AutoFormat
Of Dhangi'aa

automate
ofummeessa

automatic
ofumaa

automatic backup
dilbii ufmaa

automatic emulation switching
jijjiirraa akkeessaaufmaa

automatic font downloading
naqata bocquu ufmaa

automatic head parking
buufata fiixee ufmaa

automatic link
walqabsiisaa ufmaa

automatic recalculation
herrega ufmaa

automatic updating
of haaressaa

automation
ofummeessa

automobile n.
baabura i (Amh.); konkolaata; mekinaa ni

autoPlay
taphachiisa ofmaa

AutoShapes
boca ufmaa

AutoSum
of ida'aa

AutoText
barruu ufmaa

AutoText entry
barruu qophaa'aa ufmaa

auxiliary battery
baatirii gargaarsaa

available hard disk space
idda duwwaa baxxee jabaa

available memory
kuufannoo jireessa

average
jidduu gala

average (arithmetic)
giddu galeesaa

aversion n.
balfa i jibba i; jibbaa ni; lolochiaa ni;

AVI
AVI

avocado
abukaadoo

avoid v.
bokeefadha fatta; ra mura rta; ga ladda; miliqa lixxa;

avoidance n.
lagata i

awaken v.
dammassa sita

away (prep.)
duraa

away from (prep.)
biraa; irraa

awe n.
saala i; sodaa ni

awful
sodaachiisaa, jibbisiisaa

awkward
heefa

awl n.
mutaa ni

awning n.
sharaa ni (Amh.)

axe
qottoo, dhakaraa

axe handle n.
suka keeti

axe n.
sookaa ni (Swa.); agaraa ni

axes
siiqqota

axis
siiqqee


Submit a Word(Jecha)

Maxxansaalee Barbaachisoo