Home Tags Bishooftuu

Tag: Bishooftuu

No posts to display

Maxxansaalee haaraa

There are currently 303 Words(Jechoota) in this directory beginning with the letter W.
w

w year after year n.
barbaraa ni

w yell v.
carrisa rifta; iya iyita; n. iyana ti

w yellowish (adj.)
daallu

waakha
waatta

waan bareedaa/hawwataa (garuu qulqullina kan hin qabne) - flashy
waan bareedaa/hawwataa (garuu qulqullina kan hin qabne)

waawwee
ni; waawwoo ni; (of hyena) humbua buta

waddle v.
bakaafa fta

wage n.
musaraa ni; damooza i (Amh.)

wail v.
nyonyola lta; oa oota; wakala ta

waist
mudhii

waist n.
hidhaansa i; mudhii ni

Wait
turi

wait v.
eega eedda

waiter
keessummeessisa, keessummeessitu

waiting n.
eegachaa ni

waldeenna
i

walk (bent over, stooped over) v.
luluka lutta

walk v.
dhaqa daxxa;deema mta; yaa ta

walking n.
sadhaba i

wall
goorroo, dadaa, gidaaraa

wall n.
edeeda i; (Amh.) girgiddaa ni

wallpaper
bifgarduubee fooddaa

walti ba'a
baata

wander v.
algala lta; labba labda; qixisa xifta

want v.
barbaada badda; fedha fetta; halcha chita

war
waraana, lola

war n.
waraana; weeraa ni (Amh.); duula; lola; oolkii ni (Amh.)

wara'a
roofta; wintaha toofta; n. (thing) qeetii ni;

wardrobe
kabata, wancarii, ansaada

wareera
rta

warehouse
mankuusa

warm v.
koosa sita; qaanqamadha matta

warm, be v.
buluqa luxxa; fuura rta

warn v.
dhaama mta

warning
of eeggannoo

warning message
dhaamsa eeggannoo

warning n.
dhangaa ni

warren n.
dhukuu ni

wart n.
kormomaani

warthog n.
goljaa ni

wash v.
dhiqa dhixxa

wasp n.
sonsa i; sonsoha i

wasted v.
harcaha caata

wasteful
afoollessaa, afoollessituu, baraaxxuu, firfirstuu

watch
ilaala, fana

watch (wrist)
sa'aatii harka

watch v.
laala laalta; qorqora rta

watchman n.
qaafira i (Som.); zebenya (Amh.); salfaa

water
bishaan

water bottle, canteen
koddaa

water n.
bisaani; (salty) kuroo ni

water pipe n.
tubboo ni; bomba ni

water pollution
faalama bishaanii

water v.
obaasa obaafta; oggaha geeta

waterbuck n.
doomsoo ni

waterfall
fincaa'aa, gootuu, xinniqee

waterfowl n.
dakiyee ni

watering (of cattle) n.
obaa ni

watering n.
limaalima i (second day after )

watering of cattle n.
too'otii ni; too'icha i

watermark
saxaatoo golgolaa'aa

watermelon
luxxee, habaaba

waterpot n.
taarii ni

watery v.
soolaha loofta; (adj.) soolicha; soolitti

waxing, moon (shiny) n.
addii, addeesa i

way
karaa, daandii

way n.
kara ni

wayaa

we
nuti, nuyi

we (pron.)
nu

weak
dadhabaa, dadhabduu, kokottaa'aa, kokottooftuu, muyoo

weak (adj.)
baaku; bakti; batti; dootu ; happhi ; muyoo;

weak (person) n.
dannabaa ni; midissaa ni; mujujaa ni; laacaa ni;

weak spring of water v.
adaha adaata; n. madda iti, adaadii ni

weak, be
daafana nta; dadhabba bda; gaagaama mta;

weak, become v.
dhi'a dhiita; haaladha latta ; jinfaha foofta;

weaken v.
taadheessa sita

weakling n.
mucee ni

weakness n.
koolee ni; koolawaa ni; laafina i; lulama i; lulamaa ni; gandii ni;

wealth n.
horii ni; hormaata i

wealthy, be v.
macha'a choofta

weapon n.
dullaa ni (Amh.); bokkuu

weather
haala qilleensaa

weather condition
amaleensa

weave v.
hodha hodhita; xaxa xaxxa

weaving n.
dha'icha i

web
saphaphuu

Web author
barreessaa saphaphuu

Web browser
iyya'aa saphaphuu

Web components
qaamota saphaphuu

Web discussion
marii saphaphuu

Web folder
ukaankaa saphaphuu

Web Help
gargaaraa saphaphuu

web n.
saaphuphaa ni

Web Page
fuula saphaphuu

Web Part
kutaa saphaphuu

Web publishing
maxxansa saphaphuu

Web site
iddoola saphaphuu

Web Tutorial
irra bahiinsa saphaphuu

Web............
saaphaphuu

wedding
cidha, aruuza

wedding n.
fuudha; oroosa i (Swa.)

Wednesday
roobi

Wednesday n.
Robi; dabsu gebaya diqo

weed
huura, aramaa, buuchaa, dobaa, tusii

weed v.
araama mta; weeding n. araamaa ni; golgaala lta (Amh.);

week
torban

Weekday
guyya hojii

weekend
sanbata fi dilbata

Weekly
torbaniin

weep v.
boo'a boota; qarcha'a chaata

weeping n.
imimaan

weevil n .
daanoo ni (Amh

weigh v.
mizaana nta (Swa.); n. kiiloo ni. (Ital.); mizaana i (Swa.)

weight
ulfina

weighty (adj.)
ulfa, ulfo, ulfo

welcome
baga nagaa dhuftan

well
being n. finna i

well (adj.)
baara, baartu, baara; (pi.) babaaro; sirri; dhugaa

well (adv.)
shonaani; sonaani

well (of water) n.
tulaa ni; eela i

well cooked v.
bilchaadha chaata

well, be v.
fayya fayyita

welt n.
dirmamuu ni

west
lixa, dhiha, ilgalchuu

wet (adj.)
jiidajiitujiido; dhedhanno

wet, be v.
coollaha loofta; dabana nta; faltaha toofta; nyonyooka yootta

wetness n.
dabana i

what
maal

what (rel. pron.)
waan

what about?
ho?

What's New
maaltu haarawa?

What's this?
Kun maal?

wheat n.
dargayyee; qamadii ni

wheedle v.
sobadha batta

wheel (of car)
masakaa

wheelbarrow n.
kareeta i (Ita); gaarii ni; gareetaa ni

wheeze v.
xiixa xiixxa

wheezing n.
xiixaa ni

when
yoom

when (adv. + conj.)
adoo, atoo; gaafa; haga

when (rel. pron.)
yoommu

when?
yoomi?

whence
eessaa?

wheneverƒ??
yoommuƒ??kamittiyyu/yeroohundaa

where
eessa, garam

where (?)
gara; garami? me?

where (rel. pron.)
bakkii

where from?
eesaa?

where is it (he)?
mere?

where then?
mere?

where?
eessa

whey n.
dhamma ti

which
kam

which (pron.)
ka ta

which way?
eessa?

which?
which one? kami ?,tami?

while ( conj. + adv.)
adoo, atoo

whine n.
boo'a boota

whinny v.
imimisa sita

whip n.
halangee ni (Amh.); qacee ni; lichoo ni; harcumee ni

whip v.
dhaana nta; facisa cifta;

whir v
burisa rifta

whisper v.
hasaasa hasaafta; hasaasaa ni

whistle v.
phiiphisa phifta; fiissa sita; gently v. shawisa wifta

white
adii, calqii, weeca

white (adj.)
adii (kallaate); calqi ; boroora (for horses and mules)

white board
gabatee aadi

white, become v.
addaadha datta; n. whiteness addeenna

whitespace
iddadii

who
eenyu

who (pron.)
ka ta

who, which (rel. pron.)
kan, tan

who?
kami?,tami

who(m)?
eennu?

whoever
eenyuyyuu

wholesome n.
sifaa ni sifeesaa ni

whom (pron.)
ka ta

whooping cough v.
yiika'a koofta; n. yiikee ni

whose
kan eenyu, kaneenyu

whose (pron.)
(fern. )ta; (m) ka

why
maaliif

why (rel. pron.)
waan +f

wick (candle or stove)
fo'aa

wick n.
kirii ni

wickedness n.
qasihi'aa ni

wide
bal'aa

wide (adj.)
bala, balo, balo

widen v.
diriirsa sita; fada fadda

width
dalgeeta, bal'ina

wife
niti, haadha manaa, jaartii

wife n.
niitii ni; nadheeni;

wild animal n.
busawwa i; bineensa i

wild animals
bineensoota alaa

wild dog n.
sarree diidaa; ya'ii ni; yayii ni

wild, be v.
mandiida dda

wildcard
turbaa abbaalaa (abbaltii alaa)

wildlife
bineensa bosonaa

will n.
fedhii ni

win v.
curda dita; jaarsa sita

wind (moving air)
qilleensa, bubbisa

wind n.
(strong) bubbee ni; (normal) qileensa

window
foddaa

window border
handaara foddaa

window corner
xiyyoo foddaa

window size
hagamtaa foddaa

window title
mataduree foddaa

window.........
fooddaa

window..........
fooddaa

Windows Explorer
eksipiloorerii windoo

Windows Setup
qindaa'ina foddaa

windpipe n.
lubbuu ni; qoonqoo ni

windy
qilleensa'aa

windy and cold v.
qiida'a doofta; n. qiidaa ni

wing
baallee, gofla, goblaa, koochoo, kola

wink v.
qisa qicca

winner n.
qolchaa ni

winter (season)
ganna

wip
alangaa

wipe (out) v.
sossa sita; haaqa xxa; haxaha xata; xuruuradha ratta

wiped out v.
mutuqa tuxxa; (adj.) muiuuqi

wire
shiboo

wire n.
shiboo ni (Amh.)

wisdom
ogummaa

wisdom n.
qarumaa ni; jeemfa i

wise
aaqila, ogeessa, ogeettii, qaroo

wise (adj.)
qaro

wise person n.
qafa i

wish
abbala, fedhii, hawwii

wish v.
fedha fetta; fedhii ni

wishing n.
bagga i

witchdoctor n.
murmicha i, murmittii ni

with
wajjin, waliin, duukaa

with (prep.)
bira

with pleasure
gammaccuu wajjin

with you
siini

withdraw v.
dachaha chaata; dhedha dheta

withdrawn, be v.
sulfaama mta; ulfaama mta

wither v.
kokotaha toofta; qamaacha'a chaata; qanchoradha ratta;

within (prep.)
keessa, ke

without (prep.)
adoo, atoo see agara rta, arga; malee

without, be v.
koomadha matta

witness n.
dhugeessaa ni; nama dhugaa; misikirii ni( (Amh.)

witness v.
dhugaa taha; naqasa naqafta

wizard
masaka

wobble v.
batatisa tifta; fuutisa tifta; leleqa lexxa

wolf
yeeyyii

woman
nitinaayee, dubartii, gennee, nadheen

woman (married)
gadarba

woman (old)
alkoo

woman n.
uwwa iti; (married) n. niitii; nadheeni

womanhood n.
uwwa iti

women n.
beera ti (usually used in the plural); nadheeni

wood beetle
qiinqee, qiinqani

wood n.
muka i

wood strips n.
filxii ni (Amh.)

woodpecker n.
tumaaddissa i

word
jecha

Word Count
lakkoofsa jechaa

word n.
dubbii ni

word processing
hujeessa jecha

word processor
hujeessaa jecha

Word Wrap
dhangessaa

word-wrap
dangessaa

WordArt
faayoo jechaa

work
hojii

work n.
hujii ni; hojjaa ni (Oro.)

work offline
hojii sargatoo

work v.
hojjadha atta; (slowly) hiriha rita; goodha dhatta (Shoa)

workbook
kitaaba hojii

workgroup
garee hojii

workgroup information file
faayilii odeeffanno garee hojii

working directory
galeeloo hojii

worksheet
wardii hojii

workspace
iddoo hojii

workstation
buufata hojii

world
addunyaa

world n.
lafa ti

World Wide Web
saphaphuu addunyaa maraa(SAM)

worm
raammoo

worm n.
raamoo ni; (nasal) furudoo ni

worn
out cloth(es) wadaaree ni

worn (adj.)
dullacha, dullatti, dullacha; moofa, mooftu, moofoo; rapha; raqa i

worn out v.
bututa tutta; goblola lta; hacimpheera rta; hofoofa foofta;

worn, worn out
bututaa, moofaa

worried, be v.
luuxaha xoofta

worry v.
na'a naata; carraaqa raxxa; dhindhisa sita;; nyaraha raata; yaada dda;

worthless (adj)
muyoo; yara, yartu, yaroo;

wound (n)
madaa

wounded
madaa'aa, madooftuu

wounded, be v.
madaha doofta

Wrap to window
foddatti daangessii

wreck v.
gasta gatta

wrestle v.
wal qaba qabda

wring v.
borca borchita; kuucha kuuccaa; michira rta

wrinkle v.
risa rifta or richa; v. minyeesa sita; n. miinya yiti;

write
barreessi

write v.
barreessa sita; qora qorta; xaafa fta (Amh.)

write-only
barressuuf qofa

write-protected
hayyisa barreessaa

wrong, be v.
yakka kita

WSS
WSS


Submit a Word(Jecha)

Maxxansaalee Barbaachisoo